Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa COVID-19 Sudaanii fi Somaaliyaaf imalchiise

Finfinnee, Caamsaa 4, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa COVID-10 Sudaanii fi Somaaliyaaf imalchiise.

 

Daandiin Qilleensichaa meeshaalee yaalaa COVID -19 kiiloo giraama kuma 7 Sudaaniif akkasumaas  meeshaalee yaalaa COVID-19 kiiloo giraama kuma 3 ammoo Somaaliyaaf imalchiiseera.

 

Meeshaaleen yaalaa kunneen biyyoonni carraaqqii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasisaan gargaaruuf kan oolu ta’uu ragaan Daandii Qilleensa Ityoophiyaarra argame ni muldhisa.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.