Daandiin qilleensa Ityoophiyaa fi waldaan michummaa Ityoo-Keeniyaa waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa fi waldaan michummaa Ityoo-Keeniyaa sanada waliigaltee mallatteessuu Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiseera.
Daandii Qilleensa Ityoophiyaatti dameen Naayiroobii fi Ityoo-Keeniyaan sanada waliigaltee mallatteessuu ragaan Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaarra argame ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.