Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa badhaasota 2 injifate

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Bashannana balalliirraa fi tajaajila Interneetii balalliirraan Daandii Qilleensaa filatamaa Afrikaa waggaa kanaa jedhamuun badhaasota lama injifateera.

Badhaasnii fi beekamtiin sagalee imaltootaa bu’uura godhachuun kennamu kun Indaastirii Aviiyeshiiniin badhaasa iddoo olaanaa qabu keessaa isa tokko ta’uu ragaan daandii qilleensichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.