Fana: At a Speed of Life!

Daandii Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Maqaleetti taasisu eegale

Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Daandii Qilleensa Ityoophiyaa balallii Finfinneerraa gara Maqaleetti taasisu irra deebiin eegaluu beeksise.

Daandiin qilleensichaa balallii addaan cite ture guyyaa har’aa sa’aatii 6:00 irraa jalqabee irra deebiin eegaluu Ogeessi Kominikeeshinii daandii qilleensichaa obbo Ashannaafii Zari’aay Faanaa Broodkaastiing Korporeetitti himaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.