Fana: At a Speed of Life!

Daandichi dhaabbata oomishaa xiyyaaraa waliin ajaja xiyyaaraa ‘AirBus A350-100’ mallatteesse

Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa dhaabbata oomishaa xiyyaaraa Air Bus waliin ajaja xiyyaaraa ‘AirBus A350-1000’ Afrikaa keessaa kan jalqabati jedhame mallatteesse.

Daandiichi kanaan dura xiyyaarota ‘AirBus A350-900’ ajajuun 16’n tajaajila balaalii kennaa akka jiru beeksiseera.

Ajaja xiyyaaraa ‘AirBus’ hafan keessaa afur gara ‘AirBus A350-1000’tti jijjiiramaniif dhaabbata oomishaa xiyyaaraa ‘AirBus’ waliin waliigaltee mallateesseera.

Waliigalteen kunis Daandiin Qilleensaa Ityoophaa, xiyyaara ‘AirBus A350-1000’ tajaajilaaf oolchuun daandii Qilleensaa Afriikaa keessaa kan jalqabaa ta’uu ragaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.