Fana: At a Speed of Life!

Daandichi badhaasa daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa mo’ate

Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasa daandii qilleensaa filatamaa Afrikaa 2022 mo’ateera.

Daandichi, barruun Giloobaal Tiravel badhaasaa tiraaziis gaggeesseen badhaasa kana kan injifate.

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa badhaasicha injifachuutti kan boonu ta’uu tooraa miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.