Fana: At a Speed of Life!

Cheelsiin Firaanki Laampaardiin leenjisa yeroon miindesse

Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kilabni Kubbaa Miilaa Cheelsiin urjii fi leenjisaa duraanii kilabichaa Firaanki Laampaardiin leenjisaa yeroo taasisuun miindessuu beeksise.

Laampaardi, leenjisummaa kilaba Cheelsiirraa erga gaggeeffamee waggaa lamaan booda deebi’uun, hanga xumura dorgommii baranaatti kilabicha leenjisu jedhameera.

Firaanki Laampaaritti dabalataan Urjii duraanii Cheelsii Ashilii Kooliin gurmuu leenjistootaa Cheelsii keessatti akka hammatamu ibsameera.

Cheelsiin Laampaardiin leeenjisummaa yeroon miindessus dhaabbiidhaan garuu Liwuus Enriikeen dabalatee leenjistoota biroo waliin mari’acha jira jedhamera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.