Fana: At a Speed of Life!

Cheelsii fi Niiwukaastiil morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiister Siitiin qixa bahe

Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har’a taphatameen Cheelsii fi Niiwukaastiil morkattoota isaaniin yoo injifatan, Maanchiister Siitiin qixa xumure.

Niiwukaastiil 3 – 0 Fuulhaam, Cheelsii 2 – 0n Sheefiild Yunaayitid yoo injifatan,
Maanchester Siitii Kiristaal Palaas waliin goolii 2 qixa xumuruun qabxii qoodateera.

Taphni Bornimaawuzii fi Luutan Taawoon gidduutti taphatamaa ture dursaan taphattoota Luutan dirree keessatti gaggabee kufuu hordofee taphichi daqiiqaa 65′ irratti adda citeera.

Taphichi goolii 1 qixaan gaggeeffamaa osoo jiru rakkoon kun mudachuu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.