Fana: At a Speed of Life!

Cheelsii, Eevartan, Leesiistar Siitii fi Waatfoordi morkattoota isaanii injifatan

Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaa galgala kana gaggeeffameen Cheelsii, Eevartan, Leesiistar Siitii fi Waatfoordi morkattoota isaanii injifatan injifataniiru.

Tapha sa’aatii 11:00 eegalee gaggeeffameen Cheelsiin goolii 3 fi 0n Kiristaal Paalaas Eevartan 3 fi 1n Saawuzhampitan , Leesiistar Siitiin 1 fi 0n, Woolvar Hampiton Waatfoord 3 fi 2 Astoon Viillaa, Braayitaan 2 fi 1n Barnileey injifataniiru.

Noorwich Siitiin Liivaar Puul waliin sa’aatii 1:30 eegalee taphataa jira.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.