Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan Waang Yuun Ministira Alaa taasisuun muudde

Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Chaayinaan Waang Yuun Ministira Ministeera Dhimma Alaa taasisuun muuddeerti.

Biyyattiin bakka Ministira Alaa duraanii Kiin Gaangi Waang Yuun muuduu beeksifteerti.

Manni Maree Seera Baaftuu olaanaa Chaayinaa walga’ii har’a waameen Waang Yuun Ministira Alaa taasisee muuduuf sagalee laachuu Chaayinaa Piiplis Deeyiliin gabaaseera.

Waang Yuun torbe darbe Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuun Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiyyii fi Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin dabalatee hoggantoota olaanoo waliin mari’achuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.