Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan tajaajila Oksijinii fooyyessuuf kan oolu Doolaara miiliyoona 1.5 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte

Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Chaayinaan Ityoophiyaatti hanqina dhiyeessa tajaajila Oksijinii fooyyessuuf kan oolu Doolaara miiliyoona 1.5 deeggarsa taasiifte.

Deeggarsichi weerara Vaayrasii koroonaa muudate hordofee dhiibbaa Hospitaalotaa fi buufataalee fayyaa keessatti uumame furuuf kan gargaaru ta’uu ibsameera.

Sagantichi torbee dhufurraa eegalee hojiirra kan oolu ta’uu ragaan Yuuniiseef Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.