Chaayinaan meeshaalee Kompiyuutaraa Ameerikaa gara biyya ishee akka hin galle dhorkite
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Chaayinaan meeshaalee Kompiyuutaraa Ameerikaatti oomishaman gara biyya ishee akka hingalle dhorkiteetti.
Chaayinaan Sodaa Nageenya isheef jecha Meeshaaleen Kompiyuutaraa dhaabbilee Ameerikaan Oomishaman gara biyyattii akka hin galle dhorkuu Anaaduulun gabaaseera.
Biiroon Nageenya Bulchiinsa Saayibarii Chaayinaa dhimmicha hordofaa kan ture yoo ta’u, sodaa nageenyaa ta’uu isaanii bira ga’uu beeksiseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.