Chaayinaan deeggarsa Ityoophiyaan lammiilee ishee Sudaan turaniif taasifteef galateeffatte
Finfinnee Eebla 20, 2015 (FBC)- Deggarsa aOlaanaa Ityoophiyaatiim lammiilee chaayinaa sudaanitti argaman nagaan biyyattii bahuu Ityoophiyaatti Embaasiin Chaayinaa beeksise.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhi’aan gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, mootummaa fi ummata Ityoophiyaaf dinqisiifannaa qabanii fi galata dhiyeessaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.