Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaan bara Faranjootaa 2028tti buufata maddaa anniisaa aduu hawaa jalqabaa ijaaruufi jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Chaayinaan bara Faranjootaa 2028’tti buufata madda anniisaa Aduu hawaa jalqabaa ijaaruuf karoorfachuu beeksisfte.

Buufata maddisiisa anniisaa Aduu hawaa irraatti ijaaruuf sadarkaa dandeessisurra ga’uu Akkaadaamiin Teeknoolojii Hawaa Chaayinaa eereera.

Ifa Aduu hawaarraa gara humna elektirikiitti jijjiiruu fi saatilaayitootaa oorbiitiirraa naannessuun humna kana gara lafaatti dabarsuuf karoorfamuu beeksiseera.

Ifni aduu kun qilleensa naannawaan ala cimaa waan ta’eef, guyyaa guutuu akka ifu danda’u eerameera.

Gareen Qorannoo Yuunivarsiitii Zhidiyaa baatii kana keessaa buufataa maddisiisa anniisaa Aduu proojektii “Aduu adamsuu” jedhuun yaalii jalqabaa taasisuu CGTN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.