Fana: At a Speed of Life!

Chaayinaa fi Raashiyaan leenjii loltummaa waloo baldhaa taasisaa jiru

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Chaayinaa fi Raashiyaan leenjii loltummaa waloo baldhaa taasisaa jiru jedhameera.
Leenjii waloo mata duree ‘tumsaa-2021’ jedhu kun miseensoonni humna lafarraa fi qilleensarraa kuma 10 ta’aan hirmaataniiru.
Raashiyaan leenjichaaf dhaabbiilee waraanaa, meeshaalee mootaraayizdii fi sirnoota qilleensa mormaan gara Chaayinaatti erguun ishee eerrameera.
Leenjii kun Wiixata darbee kan eegale yoo ta’u, Jimaataa dhufuu ni xumuramaan eegama.
Leenjiin loltummaa kun shororkeessistoota ittisuu fi nageenyaa waloo mirkaneessuuf kan kaayyefateedha jedhameera.
Maddi:-Aljaziiraa
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.