Browsing Category
Idil Addunyaa
Xiyyaaroonni gara Buufata Xiyyaaraa Heetiroow balali’aa turan kallattii jijjiiruuf dirqaman
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Balaa Ibiddaa Magaalaa Landan dhiyeenya Buufata Xiyyaaraa Heetiroowitti mudate hordofee buufatichi guutummaatti cufamuu dhaga’ameera.
Sababa…
Ergama kabachiisa nageenyaa Yuukreen irratti walga’iin taa’amuufi
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Ergama kabachiisa nageenyaa Yuukreen irratti guyyaa har’aa walga’iin Ingilizitti akka taa’amu gabaafameera.
Gamtaa Awurooppaafi NATO dabalatee…
Doonaaldi Tiraampi Pireezidaantii Yuukireen waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi Pireezidaantii Yuukireen Voloodmiir Zelaniskii waliin bilbilaan marii bu’aa qabessaa taasisuu ibsaniiru.…
Putiin dhaabbileen daldalaa Ruusiyaa biyyoota miseensa ‘’BRICS’’ waliin akka tumsan hubachiisan
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) – Pirezidaantiin Ruusiyaa Vilaadmiir Putiin dhaabbileen daldalaa biyya isaanii biyyoota miseensa ‘BRICS’ waliin akka tumsan hubachiisan.
Pirezidaantichi…
Raashiyaan haleellaa bu’uuraalee misooma Inarjiirratti raawwatamu dhaabuuf waliigalte
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin haala waraana Raashiyaa - Yuukreen dhaabuun…
Mariin Fooramii jiloota addaa adeemsa nageenya Sudaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 9, 2017(FMC) – Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Marii Fooramii jiloota addaa adeemsa nageenyaa Sudaan Finfinneetti gaggeessaa jira.
Barreessaa…
Hariiroon gamlamee Itiyoophiyaa fi Mooritaaniyaa cimee akka itti fufu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017(FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen yeroo hojii isaanii kan xumuran Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Moriitaaniyaa Kadijjaa Mibaarakiin geggeessan
…
Tiraampi dhimma dhukaasa dhaabuu Raashiyaa – Yuukreen ilaachisee gita isaanii Raashiyaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi dhimma waliigaltee dhukaasa dhaabuu Raashiyaa – Yuukreen ilaachisee Boru gita isaanii Raashiyaa waliin…
Ameerikaan qabiyyeewwan Finciltoota Huutii haleelte
Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Ameerikaan qabiyyeewwan ficiltoota Huutii Yaman humna qilleensaan haleeluu ishee Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi beeksisan.
Pirezidaanti Tiraampi…
Dura Taa’aa haaraan Komishinii Gamtaa Afrikaa aangoo isaanii ifatti fudhatan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 ( FMC)- Dura Taa’aa haaraa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf dabalatee hoggantoonni haaraan komishinichaa aangoo isaanii ifatti fudhataniiru.…