Browsing Category
Waajabila Faanaa
Godina Walaayittaatti haadhi tokko daa’imman sadii nagaan ofkalte
Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibbaa Godina Walaayittaa Hospitaala sadarkaa 1ffaa Boodiitiitti haadhi tokko daa’imman sadii nagaan ofkaluu ibsame.
Haadhi…
Dargaggoo sibiloota hojiin ala ta’aaniirraa meeshaa waraanaa rasaasa 40 fudhatu hojjete
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Dargaggoon Abinnat Wadaaj jedhamu umrii waggaa 18 kan ta’ee jiraataa magaalaa Goondar yoo ta’u, daa’imummaa isaarra eegalee meeshalee hojiin ala ta’aanirra…
Aanaa Maannaa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Biiliiddaatti barattuun qormaatarra turte Ilma dhiiraa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Maannaa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Biiliiddaatti barattuu Luulaa Yesuuf qormaatarra wayita turtetti Ilma dhiiraa nagaan oofkaluu…
Dargaggoon Birrii Kuma 40 fi meeshaalee biroo Baajaajiisaa keessatti arge abbaa maallaqaaf deebise
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Magaalaa Cirootti dargaggoon Birrii Kuma 40 dabalatee meeshaalee biroo Baajaajiisaa keessatti arge abbaa maallaqaa iyyaafachuun deebisuufii ibsameera.…
Dooktarri Hindii Baadiyyaa Oromiyaa keessatti Riqichoota sasalphaa 75 ijaare
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) - Dooktar Kaanaan Ambaalam Baadiyyaa Oromiyaa keessatti Riqichoota sasalphaa 75 ijaareera.
Dooktar Kaanaan Ambaalam Yuunvarsiitii Wallaggaa Muummee…
Keeniyaatti barataan dhokatee mana barumsaa shamarranii seene ajjeefame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Keeniyaatti barataan ganna 17 wayita dhokatee mana barumsaa shamarranii seenuu qabame, reebicha irra ga’een lubbuun isaa darbuu poolisiin ibse.…
Laayibeeriyaatti dargaggoon Birrii miiliyoona 2 ol lafaa argee abbaaf deebise badhaafame
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) - Preezdantiin Laayibeeriyaa Joorj Wihaa dargaggoo umrii 18 doqdoqqee oofu Birrii miiliyoona 2.2 lafaa argeen abbaaf deebise ofitti waamuun Doolaara…
Hoolaan miilla hin qabne dhalatte
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)-Godina Shawaa Kaabaa aanaa Maanz Maammaa Midiiritti hoola miilla hin qabne dhalachuun ishee dhaga’ameera.
Aanichaatti ganda Gurmee jedhamu…
Godina Shawaa Lixaatti abbaan warraa fi haati warraa waggoota 75’f waliin jiraatan…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 (FBC) - Godina Shawaa Lixaa aanaa Iluu Galaanitti abbaan warraa fi haati warraa waggoota 75'f waliin jiraatan garaagarummaa sa’aa 20 keessatti du’aan boqochuun…
Lakkuu qabxii walfakkataan Yuunvarsiitii Hawaasaarra eebbifaman
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Lakkuu qabxii walfakkataan Yuunvarsiitii Hawaasaarra eebbifaman.
Lakkuu kunneen qabxii 3.59 fiduun badhaasa addaatiin eebbifamaniiru.
Kan…