Browsing Category
Waajabila Faanaa
Akka falaasamaa fi duudhaa Oromootti Odaan bakka Waaqni hariiroosaa nama wajjiin itti haroomsate
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Akka falaasamaa fi duudhaa Oromootti Odaan bakka Waaqni hariiroosaa nama wajjiin itti haroomsate jedhama.
Akkaataa Duudhaa Sirna Gadaa Oromootiin Odaan…
Godina Shawaa Kaabaatti haadhi tokko daa’imman 4 ofkalte
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa aanaa Wacaalee hospitaala Muka Xurriitti haadhi tokko daa’imman 4 ofkalte.
Daa’imman ciniinsuun dhalatan keessaa 3 dhiira yoo…
Fardi Aadaa fi seenaa Oromoo keessatti kabaja akkamii qaba?
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Fardi seenaa fi aadaa Oromoo keessatti bakka addaa qaba. Hariiroon fardaa fi Oromoo gidduu jirus baayyee adda. Oromoon durii kaasee yeroo waraanaa, gaddaa…
Holqa Oromoo beektuu?
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Holqi Oromoo Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursum keessatti argama.
Holqi kun Finfinnee irraa kiiloo meetira 614 fagaata;Magaalaa Godinichaa Harar irraa…
Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaatti Allaatiinn miilarraa Koodii addaa qabdu argamte
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Guutoo Giddaa Ganda Gaaddisa Odaatti Allaattiin miila isheerraa Koodii addaa qabdu argamuu ibsame.
Aanichatti Allaattiin…
Haadha ijoolleeshee 4 bosona keessatti guddisaa turteef manni jireenyaa laatame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC)- Haadha ijoolleeshee 4 bosona keessatti guddisaa turteef manni jireenyaa laatamuufi ibsameera.
Haadha kanaaf manni jireenya Birrii kumni dhibbi 4 fi…
Magaalaa Shaashamanneetti baalli sammuu namaa hadoochuu kiilo giraamni 400 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti baalli sammuu namaa hadoochuu kiilo giraamni 400 too'atamuu Qajeelchi Poolisii magaalaa Shaashamannee beeksiseera.…
Dubartii gabaabduu addunyaa fi dhiira dheeraa Ityoophiyaaf beekkamtiin laatame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Dubartii gabaabduu addunyaa fi dhiira dheeraa Ityoophiyaaf beekkamtiin laatameera.
Marsaa jalqabaatin galmeen dinqisiisoo Afrikaa dubartii gabaabduu…
Dargaggoon baajaaji isaa keessaa Birrii kuma 40 arge abbaa maallaqichaaf deebise
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC)- Magaalaa Galamsootti dargaggoon baajaaji isaa keessaa Birrii kuma 40 arge abbaa maallaqichaaf deebiseera.
Dargaggoon Baharuu Fahamii Hasaan…
Godina Beench Shakkootti haati tokko daa’immaan 4 nagaan oofkalte
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC)- Godina Beench Shakkoo aanaa Beench Kaabaa ganda Koosookoolitti haati tokko daa’immaan 4 nagaan oofkalteetti.
Haati aadde Abnaash Kaaytinaab…