Browsing Category
Waajabila Faanaa
Konsartiin Muuziqaa galma Barkumeetti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Konsartiin Muuziqaa duudhaalee aadaa gama muuziqaan ibsuurratti kaayyeffate galma Barkumeetti gaggeeffamuuf ta’uu ibsame.
Konsartichi Onkolooleessa…
Barattuun Qormaataa Kutaa 12ffaa qoramuuf Yuunivarsiitii Bulee Horaa seente daa’imman lakkuu…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015 (FBC) - Barattuun Qormaataa biyyaalessaa Kutaa 12ffaa qoramuuf Yuunivarsiitii Bulee Horaa seente daa'imman lakkuu deesse.
Akkasumas Qormaataaf Yuunivarsitii…
Barattuun Qormaataa Kutaa 12ffaa qoramuuf Yuunivarsiitii Dirree Dawaa seente ilma dhiiraa deesse
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) - Barattuun Godina Harargee Lixaarraa Yuunivarstii Dirree Dawaatti Qormaataa Kutaa 12ffaa qoramuuf imalte ilma dhiiraa nagaan oofkalte.
Barattuu…
Maanguddoon Umrii waggaa 85 qormaata kutaa 12ffaa fudhachuuf gara Yuunvarsiitii imalan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Maanguddoon Umrii waggaa 85 qormaata kutaa 12ffaa fudhachuuf gara Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo imalan.
Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddootti…
Manni Barumsaa Waggoota 20 oliif cufamee ture deeggarsa maatii tokkoon baname
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Godina Walaayittaa aanaa Naannawaa Sooddootti Manni Barumsaa sadarkaa 1ffaa Waggoota 20 oliif cufamee ture deeggarsa maatii Diyaaspooraa tokkoon baname.…
Abbaa warraa haadha warraa isaa saame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti namni dhuunfaan haadha warraa isaa saame to’atame.
Namni dhuunfaa kun kutaa magaalichaa aanaa 11…
Sammuu qaroo harka bombiin dhabe
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Bara 2008 boombii lafaa argee osoo gaggalaggalchee ilaaluu boombiin harkitti dhohuun qaama isaa irra miidhaa olaanaan ga'e.
Gara Hospitaalatti…
Haadha Rifeensa dheeraa addunyaa kanaa-Ashaa Maandeelaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ashaa Maandeelaan dheerinni rifeensa ishee meetira 33 yeroo ta’u galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofteetti.
Hadhi rifeensa guduruu kun Ameerikaa…
Lammii Turkii lafa gammoojjii gara Bosonaatti jijjiire
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Lammiin Turkii Hiikmaat Kaayyaa Biqiltuuwwaan miiliyoona 30 dhaabuun lafa Gammoojjii gara Bosonaatti jijjiiruu danda'e.
Namni dhuunfaan kun…
Dubartii gabaabduu wantoota lamaan galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofte- Jiyotee Amgee
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) –Jiyotee Amgeen dubartii gabaabduu addunyaa kanaa galmee dinqisiisoo Addunyaa “Guinness World Record” irratti galmoofte ta’uu ibsame.
Umriin ishee…