Browsing Category
Waajabila Faanaa
Balaan Bakakkaa Lubbuu daa’immaan lamaa galaafaate
Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Godina Beenchii Shakkoo Magaalaa Miizan Amaanitti balaan Bakakkaa Lubbuu daa’immaan lamaa galaafate.
Magaalichatti Rooba cimaa guyyaa keessaa naannawaa…
Keeniyaatti namoota ‘dhufaatii Iyyasuus eegna’ jechuun soomaa turan keessaa afur…
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC) – Keeniyaatti namoonni 'barri dhumaa dhiyaatera, hamma Iyyasuus dhufutti ni soomna' jedhan afur du'anii kaan ammoo laafanii hospitaala galuu Poolisiin…
Dhimma Kormaa lukkuu mana murtii waldhaabe
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Kaaba Naayijeeriyaa Magaalaa Kaanoo keessatti “Kormaan Lukkuun iyyuun hirriba na dhowwe” jechuun ollaan walii mana murtii waldhaabaniiru.
Manni…
Guyyaan dhufaatii Waaqayyoo ni dhufa, yaaddoo jedhuun lammiileen Ugaandaa gara Ityoophiyaatti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015 (FBC) – ‘Guyyaan dhufaatii Waaqayyoo ni dhufa, duutii fi buqqaatiin ni jiraata’ yaaddoo jedhuun lammiileen Ugaandaa dhibbaatamaan lakkaawwaman gara…
Sirni Badhaasaa ‘Oskaar’ 95ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC)- Sirni Badhaasaa Aartii ‘Oskaar’ jedhamuun beekamu 95ffaan gaggeeffameera.
Fiilmiin Saayinsaawaa “Everything everywhere all at once” fi fiilmiin seenaa…
Kitaabileen sagalee abbaa Kiyyaa fi Araarsituu jedhaman eebbifaman
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Kitaabileen sagalee abbaa Kiyyaa fi Araarsituu jedhaman har'a Finfinnee Galma Aadaa Oromootti eebbifamaniiru.
Kitaabileen kunneen barsiisaafi…
Dabalee Qaabataan Komishinara Gumruka Afrikaa cimaa ta’uun beekkamtii argatan
Finfinnee, Mudde 7, 2015 (FBC) – Komishinar Dabalee Qaabataan Komishinara Gumruka Afrikaa cimaa ta’uun beekkamtii argataniiru.
Sagantaan Badhaasaa Dhaabbanni Badhaasaa Pabliik Sarvisii…
Dargaggeessi tapha Waancaa Addunyaa ilaaluuf hirriba dhabe qaamni isaa laamsha’e
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)-Dargaggeessi torban tokkoof tapha Waancaa Addunya ilaaluuf hirriba dhabe qaamni isaa laamsha’uun ibsame.
Kaawoo’n dargaggeessa umrii 26 yoo ta’u, Chaayina…
Guyyaa har’aa sa’aatii 11:30 irraa eegalee gaaddiddeessi aduu kan uumamu ta’uu gabaafame
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa sa’aatii 11:30 irraa eegalee gariin gaaddiddeessi aduu kan uumamu ta’uu gabaafameera.
Waggaa kana keessa yeroo 2ffaaf gariin…
Maanguddoon waggoota 50f dhaqna isaanii osoo hin dhiqatiin turan boqotan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Maanguddoon waggoottan 50 darbaniif dhaqna isaanii osoo hin dhiqatiin jiraatan umrii waggaa 94’tti addunyaa kanarraa du’aan boqochuu gabaafame.…