Browsing Category
Waajabila Faanaa
Sa’i tokko jabbiilee 3 dhalte
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Shanan Kooluu Ganda Gaffiteetti Sa'i tokko jabbiilee sadii dhalte.
Haati qabeenyaa Loon kanaa Aadde Aashaa Aliyyiin, sa'i isaanii kun…
“Gaafa nama badhaasu danuu nama hindhamaasu”
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)-Hindiitti, dubartoonni hojjettootaa qulqullinaa ta’an 11 ta’aniif lootoriin Doolaara miliyoona 1.2’n carrooman.
Dubartoonni 11 Kibba Hindii Bulchiinsa…
Hoolaa ilmoolee shan dhalte
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Adiyyootti hoolaan tokko ilmoolee shan dhaluun gabaafame.
Hoolaan kun sanyii hoolaa Boogaa…
Saayintistiin lammii Ameerikaa guyyoota 100 galaanaa keessa jiraachuun rikardii haaraa galmeessan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC)- Ameerikaatti Gargaaraa Pirofeessaraa Yuunivarsiitii Bulchiinsa Filooriidaa Jooseef Ditooriin guyyoota 100’f sirrii galaanaa gadi jiraachuun galmee haaraa…
Daa’imman afur balaa xiyyaaraa irraa hafuun guyyoota 40 bosona Amaazoon keessa turan lubbuun argaman
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Balaa xiyyaaraa Kolombiyaa irraa hafuun guyyota 40’f bosona Amaazoon keessa kan turan daa’imman afur lubbuun argamuun gabaafame.
Daa’imman kunneen…
Maanguddoo Umrii waggaa 180 maatii 500 horan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansabootti Maanguddoon umrii waggaa 180 jiraatan Abbaa Daaluu Jaarsoo argaman.
Manguddoon kun bara Mootii Hayilessillaasee…
Aanaa Baakkoo Tibbeetti Gaangeen dhalte
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) –Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tibbeetti Gaangeen dhaluu ibsame.
Gaangeen kan dhalattu abbaan Harree haati ammoo Farda irraa ta'uutu beekama.…
Johaan Tiitar Ruuperti sooressaa addaa duree Afrikaa
Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Johaan Tiitar Ruuperti sooressaa addaa duree Afrikaa Kibbaa yoo ta’u, Afrikaa keessaa sooressa sadarkaa 2ffaa ta’uutu himama.
Qabeenyi sooressa kanaa…
Magaalaa Dhidhimaa jirtu, Jaakaartaa
Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC) - Baay’ina Ummaataan Addunyaarraa sadarkaa 4ffaarratti kan argamu Magaalaan guddoon Indooneezyiiyaa Jaakaartaan dhidhimaa jiraachuu dhaga’ame.
Magaalaan…
Namoonni Konkolaataa keessatti Firaashii duwwaa maruun dhukkubsataa Kalee fakkeessuun maallaqa…
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Namoonni Konkolaataa keessatti Firaashii duwwaa maruun ciibsanii dhukkubsataa Kalee fakkeessuun maallaqa Yaalaa walitti qabaa turan 4 to’atamuu Poolisiin…