Browsing Category
Waajabila Faanaa
Jaakkettiin Maayikiil Jaaksan caalbaasiin Doolaara kuma 306tti gurgurame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Jaakkettiin Weellisaa beekkamaa Maayikiil Jaaksan waggoota 22n dura Addunyaa kanarraa du'aan boqote caalbaasiin Doolaara kuma 306tti gurgurameera.…
Konkolaachisaa Birrii imaltoonni gatanii bu’an kuma 93 abbaaf deebise
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Konkolaachisaan tajaajila geejjibaa laatu Birrii imaltoonni gatanii bu’an kuma 93 Poolisii waliin abbaaf deebiseera.
Guyyaa…
Xannaachi Kiiloogiraama 11 Haadha tokko keessaa baafame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Naannoo Kibbaa Lixa Itiyoophiyaa Godina Daawuroo Hospitaalaa Waliigalaa Tarcaatti haadha umriin waggaa 65 keessaa xannachi kiiloogiraama 11 ulfaatu…
Haati tokko daa’imman 4 deesse
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Jiraattuu Aanaa Haramaayaa kan ta’an Aadde Maariyaa Mahaammad yeroo tokkotti daa’imman afur dahuun eerame.
Aadde Maariyaa Mahaammad eda galgala…
Barattuu akka biyyaatti qormaata kutaa 12ffaa bara 2015n qabxii olaanaa galmeessite
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Barattuun Hanaan Najii Ahimad magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Kiruuzirraa damee Saayinsii Uumamaan qabxii 649 galmeessuun seenaa hojjette.
Barattuu…
Pilaaneetiin hamma lafaa ga’u Sibiilarraa uumame argame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Pilaaneetiin hamma lafaa ga'u Sibiila cimaarraa uumame Urjii dhiyeenya isaa jiru naannawaa jiru argamuu dhaga'ame.
Giliisee 367 B kan jedhamu…
Sooressa abbaa karraa loon 800 horatan
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Sooressa abbaa karraa loon 800 horatan.
Hawaasni Oromoo jiruufi jireenya ofii kan gaggeessu maloota garagaraaatiin. Isaan keessaa…
Atileetota Meedaaliyaa Warqee tokko qoddatan
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti Atileetii lammii Ameerikaa Keetii Muunii fi Atileetiin lammii Awustiraaliyaa Niinaa Keeneediin…
Kitaabni Odaa Aartii Oromoo eebbifame
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kitaabni mata dureen isaa odaa Aartii oromoo jedhu Hoteela Intarnaashinaalii Ililliitti eebbifamuun dubbiftoota bira gaheera.
Kitaabichi seenaa Abdii…
Haadha waggoottan 38’f daa’ima ishee dhibamtu waliin turte
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Haati gammachuu ofii caalaa waa’ee daa’ima isheef gatii kaffalti.
Daa’ima isheef jecha lubbuu ofii wareegdis.
Kutaalee addunyaa garaagaraatti gatiin…