Browsing Category
Waajabila Faanaa
Maanguddoo umurii 40 baankii saamuun kennaa Ayyaana qilleetii jechuun Birrii daandiirra bittimse
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Maanguddoon kun Birrii baankiidhaa saamuun boorsaatti ergaa naqataanii boodaa daandii gubbattii bittimsuun Baga Ayyanaa Qillee (Merry Chirstmas) jechuun…
Lammii Indoneezhiyaa adala 250 waliin jiraattu
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Lammiin Indoneezhiyaa adurroota adala 250 guddisaa jirti.
Naannoo qarqara magaalaa Jaakaartaa kan jiraattu dubartiin Diittaa Agustaan…
Landan konkolaattota boba’aa fayyadaman dhoorkufi
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Magaalaan Landan konkolaattota boba'aa fayyadaman dhoorkufi.
Dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa hir'isuuf, Landan keessa konkolaattonni boba’aa…
Daa’ima Waggaa Kudhanii Hojii Qonnaan Jiraatu
Finfinnee, Sadaasa 26, 2012 (FBC) – lammiileen biyyoota garagaraa addunyaarra jiraatan sadarkaan diinagdee mataa isaanii fi mala jireenyaa ni qabaatu.
Bu’uruma kanaan maatiin jireenya…
Adurreen Lil Bub Fesbuukii fi Inistaagiraama irratti hordoftoota miiliyoona 5.5 qabdi.
Finfinnee, Sadaasa 23, 2012 (FBC) – Adurreen Lil Bub Fesbuukii fi Inistaagiraama irratti hordoftoota miiliyoona 5.5 qabdi.
Abbaan Adurree kanaa, Maayik Biridaaviskii, du’a ishee…
Fiinlaanditti Addunyaarraa Umurii Xiqqoon Muummee Ministira Ta’uun Filataman
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Fiinlaandi Saanaa Maariin ga’eettiin umurii 34 addunyaarra umurii xiqqoon gaggeessaa taa’an.
Saanaa Maariin muummeen ministira Antii…
Lammii Biritiish kan taate onneen ishee sa’aatii ja’aaf dhahannaa dhaabdee booda lubbuun itti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Lammii Biritiish kan taate onneen ishee sa’aatii ja’aaf dhahannaa dhaabdee booda lubbuun itti deebi’utu dhaga’ame.
Ta’iin kun ‘haala duraan beeknurraa…
Lammiin Afrikaa Kibbaa Bareedduu Addunyaa Bara Faranjootaa 2019 Taate
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Giiftiin miidhaginaa Afrikaa Kibbaa Zoozibii Tuunzii dilbata galgala bareedduu addunyaa kan bara Faranjootaa 2019 ta’uun goonfoo kaawwatte.
Tuunziin…