Browsing Category
Waajabila Faanaa
Somaaliyaan Awustiraaliyaan gaala akka gara Gaanfa Afriikaatti ergituuf gaafate
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Somaaliyaan Awustiraaliyaan gaala akka gara Gaanfa Afriikaatti ergituuf gaafate
Waldaa Horsiisota Gaalaa Somaaliyaan, gocha Awustiraaliyaan baayyina…
Barsiiftuu daa’ima ishee waggaa 1 baachuun barsiiftu
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Barsiiftuu Ayyaantuu Baldhinaa naannoo Oromiyaa godina Booranaa magaalaa Yaaballoo Mana Baruumsaa Sadarka 1ffaa Daboobettii keessatti barsiisti.…
Ityoophiyaatti guyyaa jalqabaa bara Faranjootaa 2020tti daa’imman kumni 8 fi 493 dhalatan
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa keessatti guyyaa jalqabaa bara Faranjootaa 2020tti daa’imman kumni 8 fi 493 dhalachuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Fandiin…
Guddataan umrii waggaa 11 ulfaatina kiilo giraama 100 kaasuu danda’e
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Guddataan lammii Raashiyaa umuriin isaa waggaa 11 ta’e ulfaatina kiilo giraama 100 kaasuun namoota ajab jechisiisee.
Guddattoonni hedduun yeroo boqonnaa…
Magaalaa Sooriyaa nama caalaa adurreen itti baayyatu
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Humnoota waraanaa Sooriyaa fi Raashiyaan ji’oottan darbaniif haleellaa bombiin erga rukutamtee boodaa garee finciltoota jala kan turte magaalaan Sooriyaa…
Masaaraan mootii qaroomina Maayaa qotamuun aragame
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii wagaa kuma 1 ol qabu qotamuun aragame.
Aarki’oolojistoonni Meeksikoo Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii…
Almaaz Afrikaarraa namoota seenaa dinqisiisaa qaban keessaa takka taate
Finfinnee, Muddee 16, 2012 FBC) - Almaaz Darrasaan bara Faranjootaa 2019tti Afrikaarraa namoota seenaa dinqisiisaa qaban keessaa takka taate.
Almaaz bara 1991 Godina Jimmaa,…
Qubeelaan Atleet Abbabaa Biqilaa waggaa 55 booddee maatiisaaf deebi’e
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Qubeelaan Atleet Abbabaa Biqilaa waggaa 55 booddee maatiisaaf deebi’e
Atleet Abbabaa Biqilaa olompiikii Jaappaan dorgommii maraatoonii Tookiyoo bara…
Maanguddoo umurii 40 baankii saamuun kennaa Ayyaana qilleetii jechuun Birrii daandiirra bittimse
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Maanguddoon kun Birrii baankiidhaa saamuun boorsaatti ergaa naqataanii boodaa daandii gubbattii bittimsuun Baga Ayyanaa Qillee (Merry Chirstmas) jechuun…
Lammii Indoneezhiyaa adala 250 waliin jiraattu
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Lammiin Indoneezhiyaa adurroota adala 250 guddisaa jirti.
Naannoo qarqara magaalaa Jaakaartaa kan jiraattu dubartiin Diittaa Agustaan…