Browsing Category
Waajabila Faanaa
Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuu danda’u lama argachuu ifoomsaan
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuurratti bu’aa qabeessa ta’e haaraa lama argachuu ifoomsaaniiru.
Qorichoota…
Feesbuukiin daa’ima badde barbaaduuf poolisii Afrikaa Kibbaa waliin hojjechaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Feesbuukiin daa’ima badde barbaaduuf poolisii Afrikaa Kibbaa waliin hojjechaa jira.
Feesbuukiin daa’ima baddee barbaachisuuf sagantaa Ambar Aleert…
Kitaabni guddichi addunyaa gogaa horiirra hojjetame daawwiif dhiyaatee
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) - Kitaabni guddichi addunyaa gogaa horiirra hojjetame daawwiif dhiyaateera.
Naannoo baadiyaa Hangaariitti kan qophaa’e kitaabichi karaa aadaa qofaa…
Baasii miidhaginaa hir’isuu dhabuudhan torban heerumtetti gaa’ela ishi diigde
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Lammiin Jaappaan baasii miidhaginaaf baastu hir’isuu didde torban heerumtetti gaa’ela ishi digde.
Kaatoo Saarii shamarreen umrii waggaa 29ti.…
Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Qaro dhabeeyyichi gugsii fardaa injifatan.
Dorgomii gugsii fardaa qophii kabaja ayyaana Agaw waggaa 80ffaarratti qaro dhabeeyyichi injifate.…
Holqi dheeraan baala sammuu adoochu daddabarsuuf tajaajilaa ture argame
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Holqi dheeraan baala sammuu adoochu daddabarsuuf tajaajilaa ture daangaa Ameerikaa fi Meeksikoo irratti argamu ibsame.
Daangaa Ameerikaa fi Meeksikoo…
Ga’eessi waggaa 52 barmeelii fannifame keessa guyyoota 73 dabarse
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Ga’eessi Afrikaa Kibbaa baatii lamaa oliif barmeelii muka meetira 25 ol fagaatu irratti fannifamee ture keessa ture galmee duraa fooyyesse.…
Mana nyaata gosoota annaanii 207 qopheessuun beekkamtii gonfatee
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Manni nyaata gosoota annaanii 207 qopheessuun maamiltootaa isaaf dhiyyeessuun galmee dinqisiisoo addunyarratti galma’eera.
Afrikaa kibbaatti magaalaa…
Dubartiin tokko dorgommii nyaatarratti baayyee nyaachuun lubbuun ishee darbe
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Dorgommii nyaataa Awustiraaliyaatti gaggeeffameen dubartiin tokko baayyee nyaachuun lubbuun darbe.
Dubartiin ganna 60 dorgommii hooteela Harvey Bey…
Namtichi baala sammuu namaa adoochu seeraan ala daddabarsu fannifamee akka du’u itti murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Iraan namicha seeraan ala baala sammuu namaa adoochu seeraan daddabarsu fannifamee akka du’u itti murteessun ishee dhaga’ame.
Naachichi kun galaana…