Browsing Category
Waajabila Faanaa
Maanguddoo umurii waggaa 103 shamarree umurii 27 waliin bultii ijaarratan
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Maanguddoon umurii waggaa 103 shamarree umurii waggaa 27 waliin bultii ijaarratan ijoo dubbii ta’aniiru.
Dhiyeenyatti Indooneezhiyaa bulchiinsa…
Nikoolaas Maaduuroo dubartoonni ijoollee ja’a godhachuu qabu jedhan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Nikoolaas Maaduuroon dubartoonni biyyasaanii ijoollee ja'a godhachuu qabuun waamicha taasisan.
Preezdaantiin Venzuweelaa Nikoolaas Maaduuroon…
Preezdaantii sodaa vaayrasii koroonaaf nagaa harkaan gaafachuurra lukaan gaafachuu filataan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Taanzaaniyaa Joon Maaguulii fi hogganaan paartii morkattootaa Maaliim Seeyif Shariif lukaan nagaa wal gafachuun isaanii dubbii ijoo…
Preezdaantii sodaachifamuun guyyaa tokko qofa aangorra turan
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Preezdaantii sodaachifamuun guyyaa tokko qofa aangorra turan.
Giinii Biisaawitti filannoo falmisiisaan gaggeeffamuun walqabatee preezdaantonni…
Qarattoonni hawaa keessatti dhoo’insi olaanaan mudachuu ibsan
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Qorattoonni hawaa dhoo’insi olaanaan hawaa keessatti mudachuu beeksisan.
Qorattoonni dhoo’insicha adda baasan akka beeksisanitti, taatichi…
Maanguddoon lammii Yuukreen du’anii sa’aati 10 booddee lubbuu horatan
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)-Maanguddoon lammii Yuukreen du’anii sa’aati 10 booddee lubbuu horatan.
Maanguddoon lammii Yuukreen umuriin isaanii 83 ta'e, lubbuun isaanii darbuu…
Hoong Koong jiraattoota ishiif kennaa maallaqaa laachuufi
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC)- Hoong Koong jiraattoota ishiif kennaa maallaqaa doolaara Ameerikaa kuma 1 fi 200 kennuuf.
Kennichis humna mallaqaa jiraattoota ishee cimsuu fi…
Lammiin Awustiraaliyaa qubeelaa waggaa 46 dura jalaa bade argatte
Finfinnee, Gurrandhala 17, 2012 (FBC) – Dubartiin Awustiraaliyaa tokko qubeelaa wayita dargaggummaa ishee jala bade waggaa 46 booda argachuun ishii dinqii uumeera.
Qubeelicha waggaa 46…
Magaalaan Xaaliyaan Te’ooraan jiraattota haaraa magaalicha seenaniif kiraa manaa ni kaffalti
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Magaalaan Xaaliyaan Te’ooraa jedhamtu jiraattota haaraa magaalicha jiraachuuf makamaniif kiraa manaa ni kaffalti.
Magaalonni xixiqqoon…
Saree kubbaa dirree teenisii ja’a afaan keessatti qabachuun riikardii haara galmeesse
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Ameerikaa Niiwyoorkitti sareen tokko kubbaa dirree teenisii ja’a yeroo tokkotti afaan keessatti qabachuun riikardii haaraa galmeesse.
Sareen…