Browsing Category
Waajabila Faanaa
Saroonni vaayrasii koroonaa fuunfatanii adda baasuu akka danda’u jedhame
Finfinnee, Onkolooleessa 3, 2013 (FBC)- Saroonni leenji'an foolii dafqa namaa fuunfachuun vaayrasii koroonaa adda baasuu akka danda'an qorannoon mirkanaa'e.
Gareen qorannoo Firaansii fi…
Lammiin Chaayinaa tamsaasa kallattirratti abiddaan gubattee duute
Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Lammiin Chaayinaa tamsaasa kallattirratti abiddaan gubattee duute.
Lammiin Chaayinaa miidiyaa hawaasaan dhiibbaa uumuun beekkamtu, jallattotaa isheef…
Chaayinaatti sammuu ga’eetti tokko keessaatti lilmoowwan dheerina seentii meetira 5 qabantu argame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Chaayinaattii sammuu ga’eetti tokko keessaatti lilmoowwan dheerina tilmaama seentii meetira 5 qaban argamuu dhaga’ameera.
Ga’eettittin kana kan bartee…
Duula miidiyaa hawaasummaatin mana barnootaa ijaarrame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Duula miidiyaa hawaasummaatin mana barnootaa ijaarrame.
Godina Booranaa aanaa Dubulluqitti suuraan mana barnootaa dhaabnisaa muka, teessoo barattootaa…
Hantuunni Afriikaa guddaan bakka boombiin awwaalame adda baasuun dandeettii olaanaa qabuuf badhaasa…
Finfinnee, Fulbaana 15,2013 (FBC)- Hantuunni Afriikaa guddaan bakka boombiin awwaalame adda baasuun dandeettii olaanaa qabuuf badhaasa guddaa injifate.
Maagaawaan boombiiwwan 39 fi…
Ityoophiyaatti waliigalteen galmee jechoota seeraa jalqabaa qopheesisuu danda’u mallattaa’e
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti waliigalteen galmee jechoota seeraa jalqabaa qopheesisuu danda’u mallattaa’e.
Ityoophiyaatti waliigalteen galmee jechaa seeraa…
Feesbuukiin magaalaa guddaa Naayjeeriyaatti waajjira isaa banufi
Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Feesbuukiin magaalaa guddaa Naayjeeriyaatti waajjira isaa banufi.
Dhaabbanni Feesbuukii bara Faranjootaa dhuftutti magaalaa guddaa Naayjeeriyaa…
Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee kaartaa argate.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Irreecha Hora Finfinnee Doloolloo Buddeenatiif kaartaa mirkana lafaa laatera.…
Kilabiin sababa vaayrasii koroonaaf jecha walirraa fageenya eegee taphate goolii 37-0n injifatame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2012 (FBC) - kilabiin sababa vaayrasii koroonaaf jecha walirraa fageenya eegee taphate goolii 37-0n injifatame
Garee tokko irratti gooliin hanga kana baayyatu…
Maayaa Muur nama akka mana hidhaatii ba’uuf qabsaa’aaf turte Jonaataan Ayiransitti…
Finfinnee, Fulbaana 7, 2013 (FBC) – Kubbaa kachoon addunyaarratti beekamtuu kan taateefi garee WNBA keessa taphachaa kan turte Maayaa Muur nama akka mana hidhaatii ba'uuf qabsaa'aaf turte…