Browsing Category
Waajabila Faanaa
Magaalaa Naqamteetti biiftuuwwan sadii mul’atan
Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)-Godina Wallagaa Bahaa magaalaa Naqamteetti biiftuuwwan sadii har’a mul’ataniiru.
Har’a ganama naannawa sa’aatii 3:00tti biiftuun sadii kan muul’atan.…
Jaappaanitti Konkolaachisaan baabura haalaan saffisu dhiisee mana fincaanii seene adabamuufi
Finfinnee, Caamsaa 14, 2013 (FBC) – Jaappaaniitti konkolaachisaan baabura saffisa olaanaan imalaa jiru keessaa ba’uun mana fincaanii deeme adabamuufi.
Kokolaachisaan yookiin…
Lammileen Keeniyaa qajeelfma Covid-19 cabsan torbee tokkoof bakkeewwan gabaa akka qulqulleessaniif…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Lammileen Keeniyaa 57 qajeelfama fayyaan hawaasaa Covid-19 irratti baase cabsan torbee tokkoof bakkeewwan gabaa akka qulqulleessaniif ajajamuu…
Keeniyaatti barataan tokko abbaa, haadha fi miseensota maatii isaa shan ajjeesuu himame
Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) - Barataan Yuunvarsiitii Keeniyaa haadha, abbaa fi miseensota maatii isaa biroo sadii walumatti shan ajjeesuu Poolisiitti hime.
Miidiyaaleen Keeniyaa akka…
Preezdaant Saahilawarq tarree dubartoota ciccimoo addunyaa keessatti hammataman
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen tarree dubartoota ciccimoo addunyaa bara kanaa keessatti hammataman.
Tarree dubartoota dhiibbaa…
Lammiin Keeniyaa ‘du’ee ka’ee’ ture amma dhugaatti du’e
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC)- Lammiin Keeniyaa torban darbee keessaa du'eera jedhamuun bakka reeffii kaa'amuu keessaa 'gara lubbuutti deeebii'unsaa' himamee ture amma dhuguma du'uusaa…
Yuunaaytiid Kiingidamitti waggaa tokkotti gaa’illi 100,000 ol tahu diigame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) - Yuunaaytiid Kiingidamitti waggaa tokkotti gaa’illi 100,000 ol tahu diigame.
Waajjirri Sitaatiksii Biyyaalessaa Yuunaaytiid Kiingidamitti akka…
Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte
Finfinnee Sadaasa 7, 2013 (FBC) -Makoodii dorgommii Beeljiyem dolaara miiliyoona lamatti siquun gurguramte.
Makoodii yookaan Gugeen wal dorgommi Beljiyeeem, rikoordii haaraan doolaara…
Poolisiin wal lola kormaa hindaaqqoo gidduu seene lubbuun darbe
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2013 (FBC) – Poolisiin wal lola kormaa hindaaqqoo gidduu seene lubbuun darbe.
Filiippins keessatti bakka seeraan alaan hindaaqqoo wal lolsiisan dhaabuuf…
Barsiisaan boo’u lammiin Jaappaan boo’uun dhiphuu hir’isuuf faayiddaa akka qabu ibsa
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) - Barsiisaan boo’u lammiin Jaappaan boo’uun dhiphuu hir’isuuf faayiddaa akka qabu ibsa.
Hidifaamii Yushiidaa mata isaa “ Barsiisaa boo’aa” jechuun of…