Browsing Category
Uncategorized
MM FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma Diinagdeerratti deebii laachaa jiru.…
Jilli Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu hojii misoomaa Magaalaa Duukam daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Jilli Hogganna Biiroo Misooma magaalaa fi Manneen Oromiyaa Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Hojiilee misoomaa Magaalaa Duukam daawwateera.…
Irreechi Malkaa Baaroo kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) –Ayyaanni Irreechaa Naannoo Gaambeellaa Malkaa Baarootti kabajameera..
Sirna kanarratti abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, Qeerroo fi Qarreewwan,…
Waliigaltichi Ityoophiyaatti nageenya waaraa buusuuf boqonnaa haaraa kan banu – Oliiseengoo…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) –Waliigalteen Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame Ityoophiyaatti nageenya waaraa buusuuf boqonnaa haaraa kan banu ta'uu Pireezidaantiin…
Waliigaltichi Afrikaanonni rakkoo isaanii ofiin furachuu akka danda’an ragaa kan…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) –Waliigalteen Nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasiifame Afrikaanonni rakkoo isaanii ofiin furachuu akka danda'an ragaa kan ba'e…
Ambaasaaddar Zannabaan komishinara Olaanaa Biiroo Mirgoota namoomaa waliin mari’atan
Ambaasaaddar Zannabaan komishinara Olaanaa Biiroo Mirgoota namoomaa waliin mari'atan
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Jeneevaatti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Zannabaa…
Ministeerichi Seera alummaa sirna daldalaa keessatti mul’atu to’achuuf ogeeyyiin Miidiyaa gahee…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Seera alummaa sirna daldalaa keessatti mul’atu to’achuufi ittisuuf hojii hojjetamu keessatti ogeeyyiin Miidiyaa gahee ogummaa ba'achuu akka qaban…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 30 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 30 Raayyaa Ittisaa Biyyaaf maallaqaa fi akaakuun deeggarsa taasiiseera.
Sadarkaa Itti aantuu…
Barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiru…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Marsaa jalqabaaf barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuu Ministeerri Barnootaa…
Godina Jimmaatti Paampiin bishaanii 850 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti misooma jallisiif marsaa jalqabaan Paampiin bishaanii 850 qonnaan bultootaaf raabsameera.
Paampiiwwan kunneen Birrii miiliyoona 35…