Browsing Category
Uncategorized
Jijjiiramaa as magaalonni aadaa fi duudhaa uummataa akka calaqqisiisan hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Jijjiiramaa as magaalonni hawaasa akka fakkaatan, aadaa fi duudhaa uummataa akka calaqqisiisan hojjetamaa jiraachuu Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar…
Aadde Adaanach raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii miseensota kaabinee waliin gamaaggamuu…
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kaabinee buchiinsa magaalichaa waliin ta’uun raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii gamaaggamuu…
Jilli Aadde Sa’aadaan durfamu Istaadiyeemiu Wallaggaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - jilli Af Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhamaaniin durfamu Istaadiyeemii Wallaggaa daawwateera.
Hoggantoota Naannoo Oromiyaa, Godina…
Godina Booranaatti namoonni hongee bara kanaan miidhaman kuma 800 fi kuma 67 ol ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Jilli Komishinara Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Ambaasaaddar Shifarraa Taklamaariyaamiin durfamu Godina Booranaa Aanaa Taltalleetti horsiisee bultoota…
Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa fi Shaashamanneetti waltajjiin marii qaamoolee hawaasaa garaagaraa waliin…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa fi Shaashamanneetti waltajjiin marii mata duree "Sabdaneessummaa obbolummaa'' jedhuun gaggeeffameera.
Waltajjii marii…
Dhaabbileen deeggartoota misoomaa Oomisha Qonnaa Afrikaa guddisuuf Doolaara biiliyoona 30 tumsa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Dhaabbileen deeggartoota Misoomaa idil addunyaa Oomisha Qonnaa Afrikaa guddisuuf Doolaara biiliyoona 30 tumsa taasiisuuf waadaa galaniiru.
Yaa'iin…
Muudama Obbo Magos Baalchaa Gabramadihiin
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Obbo Mogas Baalchaa Gabramadihiin Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Itti Gaafatamaa Waajjira Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diiimookiraasii bulchiinsa magaalaa…
MM Abiy Ahimad Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin sin gahee dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ayyaanni cuuphaa ayyaana hiikkaa…
Mootummaan Ityoophiyaa fi dhaabbanni Maasdaar Aanniisaa Aduu Meegaa Waattii 500 misoomsuuf…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Mootummaa Ityoophiyaa fi dhaabbanni Maasdaar Emireetoota Araba Gamtoomanii Aanniisaa Aduu Meegaa Waattii 500 misoomsuuf waliigaltee mallatteessaniiru…
MM Abiy Ahimad Mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa Abuu Daabiitti ijaarramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Ityoophiyaa Abuu Daabiitti ijaarramaa jiru daawwataniiru.
Ijaara mana…