Browsing Category
Uncategorized
Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 148 ga’e
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 7 irratti vaayrasiin koroonaa kan argame yoo ta’u, lubbuun nama 1 darbeera.
Sa'aa…
raawwii labsii yeroo ariifachisaa ciimsuudhaan itti gaafatamuummaaf akka toluutti foyyeessuu qabna…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa Fedeeralaa aadde Adaanech Abeebee raawwii labsii yeroo ariifachisaa ciimsuudhaan itti gaafatamuummaaf akka toluutti foyyeessuu…
Naannoo Harariitti vaayrasiin koroonaa nama tokkorratti argame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2012 (FBC) – Gabaasni idilee guyyaa kaleessaa erga dhiyaatee boodaa naannoo Harariitti vaayrasiin koroonaa nama tokkorratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Qorannoon barumsi adda cite yoo itti fufuu dhiibbaan akka hin uumamne taasisu argame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2012 (FBC) – Sabaaba weerara vaayrasii koroonaan barumsi adda cite yoo itti fufuu qorannoon dhiibbaan akka hin uumamne taasisu argamu Ministeerri Barnoota beeksise.…
Dhaabbileen geejibaa Anbassaa fi Shaggar meeshaalee qulqullina harkaa ni dhiyeessu- Injiinar…
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) – Dhaabbileen geejiba magaalaa Finfinnee Anbassaa fi Shaggar meeshaalee qulqullina harkaa kan dhiyeessan ta'uu Injiinar Taakkalaa Uumaan beeksisan.…
Furtuun nageenya Oromiyaa irratti hojjechuuf socho’aa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) - Dhaabbanni miti mootummaa nagaanyaa fi araaraa Furtuu jedhamu dhimma nageenya Oromiyaa furuuf socho'aa jiraachuu beeksise.
Dhaabbanni…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan jalqaba baatii Guraandhala 2012 gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 23,2012 (FBC)-Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan Guraandhala 1 fi 2 Finfinneetti ni gaggeeffama.
Yaa’ii kana hordofuuf miidiyaaleen 320 biyyoota…
Dhimmi Hidha haaroomsaa faayidaa biyyaaleessa Ityoophiyaa tuqu marii kamiifuu hin dhiyaatu jedhame
Finfinnee Amajjii 8, 2012 (FBC) - Ministeeroonni Bishaanii,Jallisii fi Iinerjii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi dhimma hidha haaroomsa irratti guyyoota lamaaf mariin dhumaa Ameerikaatti…