Browsing Category
Uncategorized
Manneen Murtii Aadaa baasii abbootii dhimmaa Birrii biiliyoona 2 ol hambisuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Manneen Murtii Aadaan dhimmoonni furaman baasii Birrii biliyoona 2 ol hambisuu Manni Murtii Waliigalaa Ooromiyaa ibseera.
Bara baajataa 2016tti…
Sosochiin barnootaa sadarkaa naannoo ‘barnoota dhalootaaf ‘jedhu magaalaa Bahirdaaritti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Biiroon Barnootaa Naannoo Amaaraa Sosochii barnootaa mata duree ‘barnoota dhalootaaf ‘jedhuun magaalaa Bahirdaaritti gaggeessaa jira.…
Aadde Aadde Sa’aadaa Abduraamaan ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abduraamaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Dhimmoota tarsiimawaa Mootummaa fi Paartileen morkattootaa irratti mari’achuu qaban murteessuuf…
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Dhimmoota tarsiimawaa Mootummaa fi Paartileen morkattootaa itti fufiinsaan irratti mari’achuu qaban murteessuuf mariin gaggeeffamaa jira.…
Bal’inni lafa midhaaniin uwwifamuu adeemsa keessa dabalaa jira – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Waggoota muraasa darbanitti tattaaffii Oomisha qamadii Jallisii bonaan misoomsuu babal'isuu dandeenyeerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Samaraa gale
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Naannoo Afaaritti hojiilee misooma garaagaraa daawwachuuf Magaalaa Samaraa…
Itiyoophiyaan muuxannoo damee Miidiyaa fi Kominikeeshiniin qabdu qoodde
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) –Yaa’iin Konveenishinii Miidiyaa Afrikaa 3ffaan Gaanaa Magaalaa Akraatti gaggeeffamaa ture xumuramuu Tajaajilli Koominikeshinii Mootummaa beeksise.…
Naannoon Oromiyaa Indaastirii Maanufaakchariingii akka toora xiyyeeffannoo tokkootti adda baasee…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Indaastirii Maanufaakchariingii akka toora xiyyeeffannoo tokkootti adda baasee socha’uun isaa milkaa’ina sosochichaatiif…
Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisaa Manneen waliin jireenyaa ijaarsise fayyadamtootaaf dabarse
Finfinnee, Caamsaa 3, 2016 (FBC) – Faawundeeshiniin Raayyaa Ittisaa Manneen waliin jireenyaa Koyyee Faccee fi Aqaaqii Qaallattiitti ijaarsise fayyadamtootaaf dabarseera.
Manneen…
Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos kadhannaa fi dhiifama onneerraa maddeen kabajuu…
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mana Maree manneen Amantaa Kiristaanaa warra Wangeelaa Lubni Darajjee Jambaruun Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun ergaa baga keessanii…