Browsing Category
Uncategorized
Addunyaarra lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii miiliyoona 50 dabre
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2013 (FBC) - Addunyaarra lakkoofsi namoota Covid-19n qabamanii miiliyoona 50 dabre.
Biyyoota addunyaa garagaraatti namoonni hedduun vaayrasii koroonaan…
Ummanni akka hin miidhamneetti garee finxaaleeyyii ABUT irratti of eeggannoon tarkaanfiin fudhatamaa…
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI ummanni akka hin miidhamneetti garee finxaaleeyyii ABUT irratti of eeggannoon tarkaanfii fudhachaa jiraachuu Jeneraal…
Obbo Dammaqaa Makkoonniin ajjeechaa godina Matakkalitti raawwatame balaaleffatan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin ajjeechaa Godina Matakkalitti raawwatame balaaleffatan.
Taateen irra…
Maddi anniisaa balfa gogaa Raphii karoora ol humna maddisiisuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Maddi anniisaa balfa gogaa Raphii bara 2012 karoora ol humna maddisiisuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Maddi anniisaa balfa gogaa Raphiii…
Lagni Awaash yeroo kaanirra haalan guutuu isaatin balaan lolaa mudateera
Finfinnee, Fulbaana 5, 2013 (FBC) – Lagni Awaash yeroo kaanirra haalan guutuu isaatin balaan lolaa mudateera.
Naannoo Afaaritti lagichi kallattii geeddarachuun lammiileen akka…
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii kuma 60 caale
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 1136 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era.
Sa’aa 24 kaleessa…
Manni murtichaa obbo Jawaar Mahaammad dabalatee shakkamtoota 8f beellama jijjiiraa Hagayya 22tti…
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa dhaddacha ramaddii Araadaa obbo Jawaar Mahaammadfaa dabalatee shakkamtoota 8 irratti ragaalee qorannaan duraa…
Sudaan ajjeechaa sanbataan booda loltoota dabalataa Daarfuuriitti ergufi
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Sudaan Sanbata darbee halleelaa taasifameen lubbuun namoota 60 erga darbe booda, loltoota dabalataa Daarfuriitti akka erguuf jirtu beeksiifte.
…
Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileesaa gaggeessu eegale.
Manni Maree naannoo Amaaraa har’a Adoolessa 20,2012 eegalee yaa’ii idileesaa 15ffaa,…
Ityoophiyaa fi Niizerlaand waliigaltee deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 15.9 walii mallatteessan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Niizerlaand waliigaltee deeggarsaa Yuuroo miiliyoona 15.9 walii mallatteessan.
Mallaqani kun bulchiinsa lafaa qindaa’a qunzilaa fi…