Browsing Category
Uncategorized
Tibba daebe harka kan laatan Meejar Jeneraal Mahammad Ishaa fi Birgaader Jeneraal Mulgeetaa Bariheen…
Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Tibba daebe harka kan laataan Meejar Jeneraal Mahammad Ishaa fi Birgaader Jeneraal Mulgeetaa Bariheen har'a Finfinnee galaniiru.
Miseensa Raayyaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 417 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 417 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Paatriyaarikiin mana Amantaa Ortoodooksii Abunee Maatiyaas ummanni ayyaana Cuuphaa tokkummaan akka…
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC ) – Paatriyaarikiin mana Amantaa Ortoodooksii Abunee Maatiyaas ummanni Ityoophiyaa ayyaana Cuuphaa tokkummaan akka kabajan waamicha taasiisaniiru.
Abunee…
Naannoo Beeniishangul Gumuuzitti hojiin misooma sululaa eegalame
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Duulli hojii misooma sululaa hirmaannaa hawaasaan gaggeeffamu naannoo Beeniishangul Gumuuzitti har’a ifatti eegalameera.
Duulicha godina…
Abbootii qabeenyaa kaapitaala Birrii biilyoona 83 galmeesisan hojii investimantiitti galchuuf…
Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qonnaa bulaa,horsisee bulaa, waldaalee IMX cee’anii fii abbootii qabeenyaa kaapitaala Birrii biilyoona 83 galmeesisan hojii…
Haala Proojektoonni maaddii biyyaa irratti argaman ilaalchisee mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Haala Proojektoonni maaddii biyyaa irratti argaman ilaalchisee bakka Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti mariin gaggeeffame.…
Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu ifoome
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota shaampiyoons Liigii Awurooppaa moo’atanii darbuu har’a ifoome Baarseloonaa fi PSG waliit fideera.
haaluma kanaan:-…
Jilli Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo Preezdaantummaa Gaanaa hordofe
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Jilli hoggantootaa fi hojjettootaa Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo Preezdaantummaa Gaanaa hordofeera.
Jilichi turtii…
Obbo Getaachaw Raddaa dabalatee konkolaattoonni gareen ABUT itti fayyadaman 40 ol too’ataman
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Obbo Getaachaw Raddaa dabalatee konkolaattoonni hoggantoonni garee ABUT itti fayyadaman kanneen ashaaraan banaman 40 ol too’ataman.…
Magaalaa Finfinneeti Birriin sobaa abbaan noottii 200 kumni 55 ol too’atame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa buchiinsa Liddataatti Birriin sobaa abbaan noottii 200 kumni 55 ol too’atamu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise.…