Browsing Category
Uncategorized
Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay saffisiisuuf qaamolee nageenyaa waliin xiyyeeffannoon hojjatamaa…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan hoggantoota Sagantaa nyaataa Addunyaa waliin waajjira isaaniitti mari'ataniiru.
Gorsaa…
Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka xumuramuuf qophiin taasifamuu…
Finfinnee, Wixabjjii 7, 2013 (FBC)- Torbee har’a kan gaggeeffamuu Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka xumuramuuf qophiin taasifamuu ibsameera.
Filannichi…
Manni maree bakka bu’oota ummataa yaa’ii idilee boru gaggeessa
Finfinnee, Eebila 27, 2013 (FBC) - Manni maree bakka bu'oota ummataa bara hojii waggaa 6ffaa yaa'ii idilee 13ffaa guyyaa boru gaggeessa.
Manni marichaa ABUT fi Shaneen…
Aadde Adaanach kutaa magaalaa Araadaatti gidduugala nyaataa eebbisiisaniiru
Finfinnee, Eebila 24, 2013 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Araadaatti Galma giddugala nyaataa 'Tasfaa Birihaan' eebbisiisaniiru.…
Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo hundaa’e
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo har’a ifatti hundaa’uu ibsame.
Sagantaa hundeeffama mana…
Bara kana giddugalli manneen barnootaa hunda hammataan 200 hundaa’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Bara kana giddugalli manneen barnootaa hunda hammataan 200 hundaa’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Barattoota fedhii addaa qabaniif…
Naannoo Gaambeellaatti Rooba cimaa bubbee makate roobeen namaa fi qabeenyarra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC) – Naannoo Gaambeellaa aanaalee sadi keessatti Rooba cimaa bubbee makate roobeen namaa fi qabeenyarra miidhaan qaqqabuu ibsameera.
Naannichaatti Rooba…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,109 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,109 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 9 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti kabajameera
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaa fi Addabaabayii Minilik 2ffaatti kabajameera.
Qonnaan…
Afrikaatti namoota Covid – 19 qabaman keessaa % 62 dhiiroota yoo ta’an % 38 dubartoota…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) - Afrikaatti namoota Covid - 19 qabaman keessaa % 62.11 dhiiroota yoo ta'an % 37.89 dubartoota ta'uu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaatti dameen naannawaa…