Browsing Category
Uncategorized
Magaalaa Finfinneetti guyyaa boruu gaggeeffamuuf kan ture hiriirri ‘No More’ torbee itti aanuutti…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaa boruu gaggeeffamuuf kan ture hiriirri ‘No More’ ykn ni ga’aa gaaffii diyaaspooraatin torbee itti aanuutti darbu ibsameera.…
Duudhaalee jaalalaa fi tokkummaa keenya cimsuun ayyaanicha kabajuun barbaachisaadha- Mana Maree…
Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Duudhaalee Ityoophiyaa kan ta’an jaalalaa fi tokkummaa keenya cimsuun ayyaanicha kabajuun barbaachisaadha jedhe Manni Maree Federeeshinii.
Manni…
Qaamoleen siyaasaa obsaa fi miira tokkummaa ummatarraa barachuu qabu – obbo Leencoo Lataa
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Mariin biyyaalessaa bu’aa qabeessa akka ta’uu qaamoleen siyaasaa garaa laafoo ta’uu akka qaban Hayyuu dureen ABO duraanii obbo Leencoo Lataan…
Daandiin Qilleensicha Wiixata dhufuurra eegalee gara Laallibalaatti balaalli kan taasisuu ta’uu ibse
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)-Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa Wiixata dhufuurra eegalee balaallii kallatti gara Laallibalaatti akka taasisuu ibseera.
Daandiin qilleensicha guyya guyyaan…
ABUT miidhaan dhaabbilee tajaajila ummataarratti qaqqabsiise gochaa addunyaa kamuurratti hin…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) – Midhaan gareen shororkeessaa ABUT dhaabbilee tajaajila ummataarratti qaqqabsiise gochaa addunyaa kamuurratti muul’atee hin beekne ta’uu…
Yaadni murtoo Gamtaan Awurooppaa waa’ee Ityoophiyaa ilaalchisee dhiyeesse fudhatama hin qabu –…
Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Yaadni murtoo Gamtaan Awurooppaa waa’ee Ityoophiyaa ilaalchisee dhiyeesse fudhatama kan hin qabne ta’uu Filiippiinsi ejjennoo ishee ibsite.…
Magaalota garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochiitti deebisuu…
Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Magaalota gochaa garee shororkeessitoota ABUT fi Shaneen miidhaan irra ga’e gara sochii idileetti deebisuun akka barbaachisu hoggantoonni Biiroo Maallaqaa…
Kutaa magaalaa Eekkatti meeshaaleen waraanaa lafa keessa awwallamanii turan to’atame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaatti meeshaaleen waraanaa lafa keessa awwaallamee ture eeruu ummataan to’atame.
Kutaa magaalaa aanaa 2…
Gareen shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Saba Oromoo Kamiseetti haleelamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT fi Shanee godina Saba Oromoo Kamiseetti weerarri gaggeessaa jiran barbadeeffamaa jiraachuu bulchaan godina Saba Oromoo Kamisee…
Hojmaata badaa fi dhamaatii ummataa hambisuun tajaajila dhaqqabamaa ta’e laachuun hojii ijoo ta’a –…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Hojmaata badaa, hannaa fi dhamaatii ummataa hambisuun tajaajila dhaqqabamaa ta’e laachuun hojii ijoo mootummaan ta’uu Itti aanaan Preezdaantii…