Browsing Category
Uncategorized
Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Jigjigaatti Poolisoota leenjirra jiran…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa'eel magaalaa Jigjigaa Giddugala Leenjii Poolisii Garbaasaatti Poolisoota…
Magaalaa Jimmaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Magaalaa Jimmaatti Baankiin Siinqee Sooma Ramadaanaa waggaa 1446ffaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeessera.
Daayrekterri tajaajila dhalarraa…
Lammiileen Itiyoophiyaa 961 Saa’uud Arabiyaarraa deebi’aan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Lammiileen Itiyoophiyaa 961 Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 961 har'a balaliiwwan 3 gara biyyaa deebi'aaniiru.
Deebitoota keessaa 578…
Pireezidaantiin Angoolaa Joo’aawoo Maanu’eel Goonkaalvees yaadannoo Injifannoo Adwaa…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Angoolaa fi Dura Taa'aan yeroo Gamtaa Afrikaa Joo'aawoo Maanu'eel Goonkaalvees yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Pireezidaanti…
Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa dheereffame
Fimfinnee, Bitootessa 3, 2017(FMC) - Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa hanga Bitootessa 20/2017tti dheereffamuu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Isilaamummaa…
Ministirri Haqaa Rippaabliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaaf Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Haqaa Rippabiliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
He Rong jila isaanii waliin wayita buufata…
Dooktar Abiy keessummoota Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf dhufaniin baga nagaan…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad keessummoota Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniin baga nagaan dhuftan…
Yaa’ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif mata duree 'Waadaa hanga aadeffannaatti' jedhuun taa'amaa ture xumurameera.
Yaa'iichi ibsa…
Jiidhinsi giddugaleessi Baatii Amajjii keessa jiraatu qabeenya Bishaaniif faayidaa qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Jiidhinsi giddugaleessi Guyyoottan 11 itti aanaan keessa jiraatu qabeenya Bishaaniif gumaacha olaanaa kan qabu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala…
Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) –Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’ataniiru.
Jila Paarlaamaa Iraan Af Yaa’ii Mana Maree…