Indiyaan yeroo jalqabaaf bantii kibbaa Addeessaarra qubachuun seenaa hojjette
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Seenaa imala Addeessaa keessatti yeroo jalqabaaf naannawaa bantii kibbaa Addessaarra qubachuun Indiyaan biyya ishee jalqabaa taateerti.
Biyyoota kana…
Dooniin qilleensaan sochootu imala jalqabaa taasisuuf
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Ingiliziin kan kalaqamte dooniin fe’umsa meeshaalee addaa qilleensaan sochootu imala jalqabaa taasisuufi.
Doonitti kan kirreeffate Dhaabbanni Geejjiba…
Agarsiifni ICT Afrikaa – Hindi 9ffaan baname
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Agarsiifni ICT Afrikaa – Hindi 9ffaan magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaay Laayitiitti banameera.
Sagantaa baniinsa agarsiisicharratti Ministir Deetaa…
Diinagdee diijitaalaa teeknooloojiin utubuun badhaadhina Afrikaa mirkaneessuun ni danda’ama jedhame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Diinagdee dijitaalaa Afrikaa teeknooloojiin utubuun badhaadhina Afrikaa mirkaneessuun kan danda’amu ta’uu ibsameera.
Daaryektarri Olaanaan bulchiinsa…
Tiwiitarri Asxaa isaa Simbira ture “X”tti jiijjiire
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Dhaabbanni miidiyaa hawaasummaa Tiwiitarri mallattoo isaa beekamaa simbira cuquliisa irraa gara mallattoo “X”tti jijjiiru beeksise.
Mallattoon…
Bara 2015 haleellaa saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 23.2 baraaruun danda’ameera-BNOB
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Bara Baajtaa 2015 haaleellaa saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 23.2 baraaruun akka danda’ame Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Biyyoota guddatanii fi guddachaa jiran gidduutti qaawwa fayyadama interneetii guutuun murteessaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Biyyoota guddatanii fi guddachaa jiran gidduutti qaawwa fayyadama interneetii guutuun ajandaa jalqabaa Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetii Idil-addunyaa ta’uu…
Baabura bololi’aa saffisaa
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Waggootta afur booda hadiidarraa kan baalali’u geejjibni baaburaa “Yamanashii Magleev” jedhamu ‘jeetti lafarraa balali’u’ yoo jedhame gurra guddisuu…
Raashiyaan damee Saayinsii fi Teeknooloojiin Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf murannoo qabdi –…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Raashiyaan damee Saayinsii fi Teeknooloojiirratti Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf murannoo qabaachuu Walitti qabaan Tumsa Diinagdee Raashiyaa –…
Kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuf xiyyeeffanoon hojjetamaa jira – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Kenniinsa tajaajilaa caalmaatti ammayyeessuuf xiyyeeffanoon hojjetamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.…