Saatalaayitiin Ityoophiyaa suuraa jalqabaa hawaarraa kaafte ergite
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Saatalaayitiin Ityoophiyaa torbee darbe gara Hawaatti furgugsite suuraa jalqabaa Hawaarra kaafte ergite.
Lafa kan qorattuu fi ragaa suuraan galmeessuun…
Mootorollaan bilbila moodeelii haaraa guyyaa gabaarra oolchuuf ture dabarse
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Mootorollaan karoora bilbila moodeelii haaraa 'Razr' jedhamu gabaarra oolchuuf qabatee ture dabarsuusaa ibse.
Kunis bilbila dacha'u kan bara Faranjoota…
Feesbuukiin eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa dhaabuufi
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Feesbuukii odeeffannoo dhuunfaa eeguuf eeruu lakkoofsa bilbilaan barbaacha hiriyyaa akka dhaabuu beeksiseera.
Dhaabbatichi teessoo…
Halluu ibsaa akkamiitu hirribaaf filatamaadha- qorannoo
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC0 - Akka qorattoonni Yunivarsiitii Maanchsitar jedhanitti ifti cuqulisaa meeshaalee kanneen akka bilbilaa fi kompiitara irraa argannu rakkoo ijoo hirriba…
Lakkoofsi bilbilaa Ityoophiyaa keessa jiran dhibbeentaan 59.5 akka jecha hiccitiitti tajaajilu…
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Tajaajilamtoonni Intarneetii Ityoophiyaa keessatti argaman dhibbeentaan 59.5 lakkoofsa bilbilaa akka jecha hiccitiitti (Password)kan fayyadaman ta’uu…
Dhaabbileen teeknooloojii Ityoophiyaa fi Hindii qindoominaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) – Dhabbilee fi ogeessoonni teeknooloojii Ityoophiyaa fi Hindii walta’insa qindoominaan hojjechuuf isaan gargaaru uumaan
Guyyoota shaniif gaggeeffamaa kan…
Dr Injiinar Geetaahuun Eejansii Humna Atoomiikii Addunyaatti daayreektara tumsa teeknikaa Afrikaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaan Eejansii Humna Atoomiikii Addunyaatti daayreektara tumsa…
Ityoophiyaatti Qorannoon tajaajila Sanyii eegalamuufi
Finfinnee, Muddee 1, 2012(FBC) – Biyya alaatti taasiifamaa kan ture Qorannoon tajaajila Sanyii biyya keessatti eegaluuf qophiin duraa taasiifamaa jiraachuu himame.
Kanaan dura qorannoo…
Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa Daawwannaaf banaa ta’e
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) - Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa Saatalaayitii jalqabaa qorannoo dacheef gara Hawaatti Muddee 10, 2012 ergamtu sababeeffachuun…
Dhaabbilee Teekinooloojii Hindii 31 torbaan Innoveshinii fi Teekinooloojii Ityoo-Hindii hirmmaachuuf…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Dhaabbilee Teekinooloojii Hindii 31 torbaan Innoveshinii fi Teekinooloojii Ityoo-Hindii hirmmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Hojii kalaqaa gara…