Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa Doolaara miiliyoona 58 oliin hojjechiisaa ture guyyaa har'aa…
Meeshaleen elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataa fayyadamuu akka qaban…
Finfinnee, Amajii 22, 2012 (FBC) –Paarlaamaan Gamtaa Awurooppaa oomishni meeshalee elektirooniksii hundi meeshaa humna guutu /chaarjera/ walfakkataan fayyadamuu akka qaban murtoo sagalee…
Dhaabbileen sababii vaayrasii koroonaatin waajjirasaanii Chaayinaa yeroof cufaa jiru
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Dhaabbileen hedduun sababii vaayrasii koroonaatin waajjirasaanii Chaayinaa yeroof cufaa jiru.
Dhaabbanni teeknooloojii Googl sababa vaayrasii koronaan…
‘Nasan’ xiyyaar samii haraa odeeffaanno naannoo aduun sassaabuu gara hawaatti erguufi
Finfinnee. Amajjii 20, 2012 (FBC) – Dhaabbanni qorannoo hawwaa Ameerikaa (Nasa) odeeffannoo naannoo aduun jiru kan saassaabdu xiyyaar samii haaraa gara hawaatti akka ergu beeksiseera.…
Saatalaayitiiwwan lama Orbitii lafaa gara gadii irra jiran walitti bu’uu danda’u jedhame
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Saatalaayitiiwwan Riphoon yeroo ammaa Orbitii lafaa gara gadii irra jiran lama Roobii dhufu walitti bu’uu danda’u jedhame.
Saatalaayitiiwwan kunneen…
Ruwaandaan busaa ittisuuf xiyyaara nama maleessan qoricha biifaa jirti
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) - Ruwaandaan iddoolee bookeen busaa itti wal horan irratti xiyyaara nama maleessan keemikaala farra busaa biifuu eegalte.
Xiyyaaronni nama…
Chaayinaan qorannoo maarsii irratti taasiftuu baatii Adooleessaa dhufuu ni eegalti
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Chaayinaan qorannoo saayinsaawaa maarsii irratti taasiftuu baatii Adooleessaa dhufuu akka eegaltu ifoomsitetti.
Qorannicha kan gaggeessitu…
Xiyyaarrii Booying 777-9 X dheeraan balalliisaa jalqabaa milkiin xumure
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Xiyyaarrii Booying 777-9 X dheeraan balalliisaa jalqabaa milkiin xumureera.
Xiyyaarrii Booying 777-9 X jedhamuu abba motoraa lama fi dheerina meetira…
Baatiiwwan 6n darbanitti miidhaan saayibarii 285 qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Baatiiwwan 6n darbanitti miidhaan bu’ura misoomaa saaybarii irratti xiyyeeffate 285 raawwatamuu Eejansiin Nageenya Neetwoorkii Odeeffannoo ifoomseera.…
Jeneraal Mootars konkolaataa konkolaachisaa malee imalu hojjechuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Jeneraal Mootars konkolaataa konkolaachisaa malee imalu hojjechuu beeksiseera.
Konkolaatichi humna elektiriikaan kan socho’u ta’uun himameera.…