Dhaabbileen idil addunyaa hojiilee diijitaalaa Ityoophiyaa akka deeggaraniif waamichi dhiyaate
Finfinnee, Caamsaa, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan hojiilee Diijitaalaaf haala mijataa uumaa waan jirtuuf dhaabbileen Idil-addunyaa damicha akka deeggaraniif waamichi dhiyaateera.
Ministirri…
Googliin tajaajila hiikkaa afaanii keessatti Afaan Oromoo fi Tigriffaa dabale
Finfinnee, Caamsaa 4, 2014 (FBC) –Dhaabbanni Googlii tartiiba tajaajila hiikkaa afaanii keessatti Afaanoota Oromoo fi Tigriffaa dabaleera.
Dhaabbatichi afaanoota namoota miiliyoona 300’n…
Yaa’iin Innooveeshinii Diijitaalaa Afrikaa 19ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Yaa’iin Innooveeshinii Diijitaalaa Afrikaa 19ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi qabiyyee fi tajaajila diijitaalaa irratti…
Ityoo Telekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) eebbisiisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Ityoo Telekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) eebbisiisaa jira
Sirna eebbaa kanarratti Hojii Raawwachiiftuu olaantuu Ityoo Telekoom Aadde…
Giddugaloonni Traanisfoormeeshinii diijitaalaa lammii ogummaa diijitaalaa qabu horachuu dandeessisan…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Giddugaloonni Traanisfoormeeshinii diijitaalaa lammii ogummaa diijitaalaa qabu horachuu dandeessisan hundeeffamuuf ta’uu ibsameera.
Biyyoota Afrikaa…
Yaaliiwwan haleellaa saayibarii Ityoophiyaarratti aggaamaman keessaa %97.7 fashalaa’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 9 darbanitti yaaliiwwan haleellaa saayibarii Ityoophiyaarratti aggaamaman kuma 5 fi 856 keessaa %97.7 fashalaa’uu Bulchiinsi Nageenya…
Ityoophiyaatti fayyadamtoonni intarneetii miiliyoona 29.83 ga’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti fayyadamtoonni intarneetii miiliyoona 29.83 ga’uu ibsameera.
Uummata Ityoophiyaa keessaa namoonni miiliyoonni 29.83 Intarneetii kan…
Ityoo Teeleekoom 5G Wiixata ni eebbisiisa
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera.
Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu…
Eelaan Maask dhaabbata Twiitara Doolaara biiliyoona 44’n bitan
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Abbaan Qabeenyaa Afrikaa Kibbaa Eelaan Maask dhaabbata Twiitara Doolaara Ameerikaa biiliyoona 44 kan dhuunfaa isaanii taasifataniiru.
Adeemsi bittaa fi…
Misaa’elli Haaraan Raashiyaa diinoota ishee yaaddoo keessa kan galchuudha – Preezdaant Putiin
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Raashiyaan Yaalii Misaa’ela Haaraa milkiin taasisuun diinoota ishee yaaddoo keessa kan galchu ta’uu Preezdaantiin biyyattii Vilaadmiir Putiin…