Diijitaala Ityoophiyaa dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan laatamee hojjetamaa jira – Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) –Jijjiirama biyyaalessaa hordofee damee Innooveeshinii fi Teeknooloojiif xiyyeeffannoo olaanaan laatamee hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Yaa’iin Innooveeshinii fi Diijitaalaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Yaa’ii 7ffaan Innooveeshinii fi Diijitaalaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi mata duree ‘Diijataala Afrikaa ’ jedhuun yeroo…
Shaggaritti dorgommiin Kalaqa barattootaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti dorgommiin kalaqa adda addaa barattootaa mata duree "kalaqni fi teeknoolojiin barnoota 'Smart' fi ' Smart' Shaggariif "…
Ityoo Teeleekoom bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin tumsaan hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Ityoo Teeleekoom fi Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaama piroojektii "Finfinnee Smart City" jedhamuuf ijaarsa bu'uuraalee misoomaa raawwachuuf waliigaltee…
Ijaarsi sirna gabaa Diijitaalaa eegalame cimee itti fufuu qaba jedhame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Ijaarsi sirna gabaa Diijitaalaa eegalame cimee itti fufuu akka qabu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksise.
Waltajjii marii mata duree…
Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii ICT Huwaawwee 7ffaarratti kan hirmaatan sadarkaa 3ffaan xumuran
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC)-Dorgommii Teeknooloojii Quunnamtii fi Odeeffannoo (ICT) Idil Addunyaa 7ffaa Huwaawweerratti Ityoophiyaa bakka bu’uun barattoonni dorgoman sadarkaa 3ffaa…
Ityoo-Telekoom Yuunivarsiitii Finfinneetti kutaa barnootaa “Ismaart” eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoom Ministeera Barnootaa waliin ta’uun Yuunivarsiitii Finfinnee Kaampaasii Araat Kiilootti kutaa barnootaa “Ismaart” eegalchiise.
Sagantaa…
Ityoophiyaanoonni 9 dorgommii ICT Huwaawwee 7ffaarratti ni hirmaatu
Finfinnee, Caamsaa 16, 2015 (FBC)- Barattoonni yuunivarsiitiiwwan Ityoophiyaa garaagaraarraa baba’an sagal Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii 7ffaa Teeknooloojii quunnamtii Odeeffannoo (ICT)…
Beeljiyeem damee Innooveeshinii fi Teeknooloojiin Ityoophiyaa waliin hojjechuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Beeljiyeem damee Innooveeshinii fi Teeknooloojii, Diijitaalaayizeeshinii fi ijaarsa dandeettiin Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu ibsite.…
Chaayinaan meeshaalee Kompiyuutaraa Ameerikaa gara biyya ishee akka hin galle dhorkite
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Chaayinaan meeshaalee Kompiyuutaraa Ameerikaatti oomishaman gara biyya ishee akka hingalle dhorkiteetti.
Chaayinaan Sodaa Nageenya isheef jecha…