Browsing Category
Ispoortii
Har’a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa ni injifatuun eegaman lama ni dorgomamu
Finfinnee, Bitootessa 14, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaa fiigicha mana keessaa Atileetiksii Addunyaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun fiigichi xumuraa Atileetoota Itiyoophiyaa…
Atleet Barrihuu Aragaawii Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessaa Addunyaa irratti Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Bitootessa 13/2017 (FMC): Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Wiixata darbe irraa kaasee Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffamaa jiruun dorgommii xumuraa meetira 3000…
Itiyoophiyaan Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan Meedaaliyaa Warqee…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileet Fireewayinii Hayiluun…
Dorgommiin liigii ispoortii barattootaa fi barsiisotaa Finfinnee 10ffaan eegalame
Finfinnee, Bitootessa 13,2017(FMC) - Dorgommiin liigii ispoortii barattootaa fi barsiisotaa Magaalaa Finfinnee 10ffaan har’a Istaadiyeemii Finfinneetti dorgomamuu eegale.
Dorgommichi…
Dorgommii dubartotaa meetira 800’n atileetonni Tsigee Dhumaa fi Nigist Geetaachoo xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 13/2017(FMC)- Dorgommii dubartotaa meetira 800’n atileetonni Tsigee Dhumaa fi Nigist Geetaachoo xumuraaf darban.
Dorgommii shaampiyoonaa atiletiksii addunyaa 20ffaa…
Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf Tsaggaayiin meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti gaggeeffamaa jiruun Atileet Dirribee Waltajjii fi Gudaaf…
Waaliyaawwan har’a Fara’oonoota waliin taphatu
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Addunyaa 2026 ramaddii 5ffaa garee biyyaalessaa Ijipti waliin taphata.…
Shaampiyoonaa Atileetiksii mana keessaan Atileetotni Itiyoophiyaa meetira 800 walakkaa xumuraaf…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Fiigicha mana keessaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Chaayinaa Naanjiingitti dorgomamaa jiruun Atileetootni Itiyoophiyaa meetira 800…
Taphataa waggoota 16 guutuu Kaardii diimaas ta’ee keelloon hin kennamneef…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017 (FMC) – Morkiiwwan Dirree Kubbaa Miilaatti gareewwan lama gidduutti taasiifaman keessatti waldhiibuun,waldhiituu,walitti bu’uu fi walharkisuun…
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Chaayinaatti qajeele
Finfinnee, Bitootessa 10, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Mana keessaa Idil addunyaa irratti hirmaatu gara Naanjingi Chaayinaatti halkan edaa…