Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ogeeyyiin miidiyaa adeemsa Maree biyyaalessaa keessatti gumaacha taasiisaan cimsanii akka itti fufan…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Ogeeyyiin miidiyaa Adeemsa Maree biyyaalessaa keessatti gumaacha taasiisaan cimsanii akka itti fufan Komishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse.…
Lammiileen Sudaan walitti bu’iinsa biyyattii baqachaa turan 25 Galaanarratti lubbuun isaanii darbe
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Walitti bu’iinsa Giddugala Sudaanitti gaggeeffamaa jiru baqachuun namoonni Bidiruun imalaa turan 25 lubbuun darbuu ibsameera.
Namoota Balaa kanaan…
Hojiilee immigireeshinii irratti fooyyessiiwwan hojiirra oolfamaa jiru-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)- Komii ummataa dhaggeeffachuun hojiilee immigireeshinii irratti dhimmoota sirreeffama barbaadaniif xiyyeeffannaan kennamee jijjiirama taasisuun,…
Guyyaa idil Addunyaa Hararii sababeeffachuun Siimpooziyeemiin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Guyyaa idil Addunyaa Hararii 26ffaa sababeeffachuun Siimpooziyeemiin mata duree ‘badhaadhinaa fi Nageenya Biyyaaf qooda Diyaaspooraa’ jedhuun…
Obbo Taaggasaa Caafoon Komishinaraa Olaanaa Koomishinii Mirga Namoomaa gaggeessan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon yeroo aangoo isaanii kan xumuraan Komishinara Olaanaa Koomishinii Mirga Namoomaa…
Guyyaan galmee waliigaltee kireessaa fi kireeffataa dheerate
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) –Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Manneenii Magaalaa Finfinnee guyyaa galmee waliigaltee seera qabeessaa kireessaa fi Kireeffataa dheeresseera.
Biirichi…
Abbaa Warraa fi Haadha Warraa Yuunivarsiitii tokkorraa Dooktireetiin eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Dooktar Daani’eel Waldamikaa’eel (Abbaa Warraa) fi Dooktar Hibiret Damissee (Haadha Warraa) Yuunivarsiistii Hawaasaarraa Digirii 3ffaan eebbifamaniiru.…
Labsiin Taaksii Dabalata Qabeenyaa Ragga’e
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 36ffaa gaggeesseen labsii taaksii dabalata qabeenyaa raggaasiseera.
Labsichi qusannaa fi…
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota kuma 1fi 456 eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa gara garaan barsiisaa ture kuma 1fi 456 eebbiseera.
Yuunivarsiitichi yeroo jalqabaaf barattoota…
Fedhiin Itiyoophiyaa karra galaanaa argachuu qofa-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa sadarkaa guddina diinagdee galmeessaa jirtuun karra galaanaa argachuu qofa barbaaddi jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…