Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti Yaa’iin Barnootaa 26ffaan eegale
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Yaa’iin Barnootaa 26ffaa fi waltajjiin sosochii barnootaa bara 2017 eegalameera.
Itti Aanaa Pireezidaantii naannichaa…
Itiyoophiyaa fi Saa’ud Arabiyaan Mana Maree Daldalaa hundeessan
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Saa’ud Arabiyaan walta’iinsa diinagdee gamlamee cimsuuf Mana Maree Daldalaa hundeessan.
Manni marichaa bara Faranjootaa 2024 hanga…
Tajaajilichi nageenya bu’uuraalee misoomaa ijoo biyyattii mirkaneessuuf ciminaan hojjechaa…
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa nageenya bu'uuraalee misoomaa ijoo biyyattii mirkaneessuu fi fayyadamummaa ummataa dabaluuf ciminaan…
Itiyoophiyaan haalota nageenya biyyaalessaa ishee balaaf saaxiluu danda’an hunda dammaqinaan…
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan haalota nageenya biyyaalessaa ishee balaaf saaxiluu danda’an hunda dammaqinaan hordofaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa ibse.
Ministeerri…
Paampiiwwan bishaanii anniisaa aduun hojjetan dhiyeessii bishaaniif murteessoo ta’uun akeekame
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Paampiiwwan bishaanii anniisaa aduun hojjetan naannawaalee hanqina roobaa qabanitti bishaan dhiyeessuuf meeshaalee murteessoo ta’uun akeekame.…
Manni marichaa danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasise
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) –Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Hararii danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasiseera.
Manni marichaa dhimmoota…
Daandiin qilleensichaa barattoota addatti leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa barattoota manneen barnootaa 28rraa ba’aniif Saayinsii, teeknooloojii, Mahaandisummaa fi herregaan leenjii addaa kennaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Bakka Bu’aa Baankii Misooma Afrikaa geggeessan
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Itiyoophiyaatti Bakka Bu'aa fi Daayrektara Itti Aanaa Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Abdul Kaamaaraa…
Sirreeffamtoota Seeraa kuma 3 fi 611’f dhiifamni taasifame-BAAO
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC)- Sirreeffamtoota Seeraa kuma 3 fi 611’f dhiifamni taasifamuu Biiroon Abbaa Alangaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan Biirichaa Obbo Guyyoo Waariyoo ibsa…
Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektarri miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifame – Ministeera…
Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektarari miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifamuu Ministeera Qonnaa beeksise.
Lafa misoome keessaa heektaarri…