Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara 2017tti Barattoota miiliyoona 12 simachuun barsiisuuf qophiin taasifameera-BBO
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2017'tti barattoota miiliyoona 12 simachuun barsiisuuf qophiin xumuramuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksise.…
Kilaastera misooma Bolaqqee Aanaa Zuwaay Dugdaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaatti Boloqqeen lafa hektaara kuma 10 fi 473 irratti Kilaasteraan misoomaa jiraachuu ibsame.
Aanichaatti inisheetiivii…
Hoggantoonni fi Hojjettoonni BKO ijaarsa mana harka qalleeyyii eegalchiisan
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC)- Hoggantoonni fi hojjettoonni Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Galaan Guddaa Aanaa Galaan Guddaatti ijaarsa mana harka…
Magaalichatti Sigiga dhagaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 13 bakka addaa Salaam Safar jedhamee waamamutti dhagaan sigigaachuun lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.…
Hojiirra oolmaa Imaammata Diinagdee mandhaleef hirmaannaan damee dhuunfaa murteessadha – Obbo…
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Hojiirra oolmaa Imaammata Diinagdee mandhaleef hirmaannaan damee dhuunfaa murteessaa ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan…
Qajeelfamaa fi dambii Daandii Qilleensichaa hojiiraa oolchuun barbachisadha- Abbaa Taayitichaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC)-Qajeelfamaa fi dambii hojjettoonni Daandii Qilleensaa dabarsan fudhachuun hojiiraa oolchuun barbaachiisa ta’uu Abbaan Taayitaa Siiviil Aveeshinii…
Dooktar Abrahaam Bakka Bu’aa Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay Itiyoophiyaatti Bakka Bu’aa Sagantaa Nyaata Addunyaa Zilataan Mileesiik…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Damee Daandii filatamaa Diinagdee Afrikaaf kaadhimame
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Damee Daandii filatamaa Diinagdee Afrikaaf kaadhimameera.
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa kana dura yeroo 4…
Dambiin Komii kaffaltii beenyaa balaa Tiraafikaan walqabatee ka’aa ture furuuf dandeessisu hojiirra…
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Dambiin Komii kaffaltii beenyaa balaa Tiraafikaan walqabatee maatii miidhamtootaa biraa ka’aa ture furuuf dandeessisu hojiirra ooluu Ministeerri Geejjibaa…
Balaa Lolaa Godina Silxee irra deddeebiin mudataa jiruuf furmaata kennuuf hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Balaa Lolaa Godina Silxee irra deddeebiin mudataa jiruuf furmaata waaraa kennuuf hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Naannoo…