Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaalee garaagaraatti pirojektoonni misoomaa eeebbifamuun tajaajilaaf banaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti pirojektoonni misoomaa eebbifamuun tajaajilaaf banamaa jiru.
Bu'uuruma kanaan Godina Buunnoo…
Godina Gujiitti Hospitaalli Sadarkaa jalqabaa Sabbaa Boruu Birrii miiliyoona 143 oliin ijaarame…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Gujiitti Hospitaalli Sadarkaa jalqabaa Sabbaa Boruu Birrii miiliyoona 143 oliin ijaarame eebbifameera.
Hospitaalicha Hogganaan Biiroo Fayyaa…
Godinichatti Pirojektoonni 104 baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti Pirojektoonni 104 baasii Birrii biiliyoona 1.2 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.
Godinichatti rakkoowwan bu’uuraalee…
Paarkii Indaastirii Adaamaatti fedhiin sheedii qabachuu mul’ate paarkiiwwan biroottis babal’chuu…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Paarkii Indaastirii Adaamaatti fedhiin sheedii qabachuu mul’ate paarkiiwwan biroottis babal’chuu akka qabu Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu magaalaa Naqamteetti Pirojektoota garaagaraa eebbisisa jira
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)-Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu magaalaa Naqamteetti pirojektoota garaagaraa eebbisisaa jiraachuun…
Asallaatti Pirojektoonni Birrii biiliyoona 1.2’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Magaalaa Asallaatti pirojektoonni misoomaa garaagaraa 42 ol Birrii biiliyoona 1.6’n ijaaraman eebbifaman.
Sirna eebbichaarratti Sadarkaa Itti Aanaa…
Gafarsa Gujeetti Pirojektoonni Birri biiliyoona 1.2’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Pirojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 1.2’n ijaaraman eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’an.…
Dooktar Abiy Ahimad Dawwannaa hojiif Sudan galan
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Poort Sudaan galaniiru.
Daawwannaan Dooktar Abiy taasisan tattaaffii nageenyaa fi…
Sagantaan Ganna Baalaa Shaayii dhaabuu Aanaa Gachiitti eegalame
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Sagantaan Ganna Baala Shaayii dhaabuu Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Gachiitti eegalame.
Saganticharratti Sadarkaa Ittaanaa Pirezidaantiitti Qindeessaa…
Aanaa Iluutti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 125 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Iluutti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 125 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.,
Saganticharratti Itti…