Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boorana Bahaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Godina Boorana Bahaa Aaanaa gooroo Doolaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbe.
Balichi Konkolaataa deddeebisaa ummataa Doolfiin…
Imalli bu’aa qabeessummaa eegalaman cimanii itti fufu-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Bara haaraatti goleewwan Itiyoophiyaa irraa hafaa akka oomishaniif imalli bu’aa qabeessummaa eegalaman cimanii akka itti fufan Pireezidantii Itti Aanaa…
Har’a kooridaroota haaraa yoo eegalchiisnu misoomaa fi suphaan taasifaman boqonnaa irra ga’ame kan…
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Har’a kooridaroota haaraa yoo eegalchiisnu misoomaa fi suphaan taasifaman boqonnaa irra ga’ame darbanii kan ce’an ta’u yaadachuu qabna jedhan Ministirri…
Booqaa Birraa Araarafi Nagaa Oromoo Deebisuun Haa Qeeballu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)-Booqaa Birraa Araaraa fi Nagaa Oromoo Deebisuun Haaqeeballu jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Hojiin jiraattoota naannawaa sodaa sigiga lafaa qaban jiraatan bakka biraa qubsiisuun eegalame
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Godina Jimmaatti jiraattoota aanaalee sodaa sigiga lafaa qaban lama keessa jiraatan hojiin bakka biraa qubsiisuun eegalamuun ibsame.
Itti Gaafatamtuun…
Oromiyatti misoomsitoota dameewwan garaagaraarratti bobba’aniif deeggarsi ni taaifama-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Oromiyatti misoomsitoota dameewwan garaagaraarratti bobba’aniif deeggarsi barbaachisaan akka taasifamu Pireezidaantiin Mootummaa Naannichaa Shimallis…
Riqicha Laga Danbal deebisuuf hirmaannaa cimaan taasifamaa jira-BDI
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Riqicha sibiilaa Laga Daanbalirra miidhaa qaqqabeen riqichicha suphuun sochii tiraafikaaf banaa taasisuuf tattaaffii cimaa taasisaa jiraachuu Bulchiinsi…
Sagantaan Gabbisa Nyaataa Biyyaalessaa dirqamsiisaan ifoome
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Ministeerri Indastirii Sagantaan Gabbisa Nyaataa Biyyaalessaa dirqamsiisan ifoomse.
Sagantichaan zayiita nyaataa, daakuu qamadii fi oomisha ashaboo…
Hoggantoonni manneen barnootaa siyaasa irraa walaba ta’uun barnoota qofa irratti xiyyeeffachuu…
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Hoggantoonni barnootaa siyaasa irraa walaba ta’uun barnoota qofa irratti xiyyeeffachuu akka qaban Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu…
Qonnaan bultoonni 505 omisha isaanii kalattin gabaa alaaf dhiyeessaa jiru
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Godinaa Jimmaatti qonnaan bultoonni 505 oomisha bunaa isaanii kallattiin gaba alaafa dhiyeessa jiraachuu Bulchiinsi godinichaa beeksise.
Godinichatti…