Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati-TKM
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC)- Waraqaa eenyummaa argachuun mirga lammiilee qofa utuu hintaane mirga namoomaati jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ibse.
Tajaajilichi Sadarkaa…
Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 boru eegala – BBO
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Naannaaoo Oromiyaatti adeemsii baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 guyyaa boruu kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa ibseera.
Boru Manneen…
Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 har’a ifatti eegalame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 har’a ifatti eegalameera.
Dhaabbilee barnootaa mootummaa fi dhuunfaa hunda…
Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu hin qabdu –…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa misooma ishee mirkaneeffachuun ala fedhii biyya kamiiyyuu miidhuu kan hin qabne ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…
Ayyaanni Mowuliidaa Masjiida guddicha Anwaaritti kabajame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaanni Mowuliidaa waggaan kumni 1 fi 499ffaan Finfinnee Masjiida guddicha Anwaaritti kabajameera.
Abbootiin Amantaa, Hordoftoonni Amantichaa fi…
Ayyaanni Mowuliidaa Magaalaa Jimmaa fi naannawaa isheetti kabajame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaannii dhaloota Nabii Muhammad (S.A.W)kan bara kuma 1 fi 499ffaa Magaalaa Jimmaafi naannoosheetti sirna ho'aa ta'een kabajameera.
Ayyaanichii…
Ayyaanni Mowuliidaa Magaalota garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaannii dhaloota Nabii Muhammad (S.A.W)kan bara kuma 1 fi 499ffaa Magaalota garaagaraatti kabajameera.
Ayyaanichii magaalaa Hararii, Walaayittaa…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan tumsa waraanaa qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Chaayinaan tumsa waraanaa qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Jilli Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal…
Dooktar Abiy ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Mawulidaa boru kabajamu ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin ayyaanni…
Dooktar Abiy leenjii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 4, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy Ahimad dhimmootta biyyaalessarratti leenjii ijaarsa dandeettii hoggatoota…