Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Taarifni Haaraan Tajaajila Elektirikaa Fulbaana 1, 2017 eegalee hojiirra oola jedhame
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Taarifni Haaraan Tajaajila Elektirikaa Fulbaana 1, 2017 eegalee hojiirra kan oolu ta’uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.
Bara…
Pireezidaanti Saahilawarqi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaantuu ‘HABITAT’…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara Olaanuu ‘HABITAT’Annaaklaawudiyaa Roosbaachi waliin…
Caaseffama haaraa itti dhiyeenyaan hawaasa tajaajilu diriirsuun kenna tajaajilaa kan mirkaneessudha…
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Caaseffama haaraa itti dhiyeenyaan hawaasa tajaajiluu diriirse kenna tajaajilaa kan mirkaneessu ta’uu ibsameera.
Sirna biyya kanaa…
Fooramiin Magaalota Afrikaa yeroo jaqabaaf Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Fooramiin Magaalota Afrikaa Itiyoophiyaan yeroo jalqabaaf qopheessite Magaalaa Finfinneetti gageeffamuu eegaleera.
Fooramichi mata duree “Misoomaa…
Dooktar Abiy Chaayinaa Beejiingi Galan
Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingi galaniiru.
Dooktar Abiy…
Kolleejjiin Poolisii Oromiyaa qorattoota yakkaa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Kolleejjii Poolisii Oromiyaatti Wiirtuun Leenjii Tooftaa Loltummaa Awaash Bishoollaa qorattoota yakkaa leenjisaa ture eebbisiise.
Sirna eebbichaarratti…
Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa miseensa BRICS irratti hirmaatte
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan walga’ii hoggantoota gumurukaa biyyoota miseensa BRICS Raashiyaa Moskootti gaggeeffamerratti hirmaatte.
Walga’icharratti biyyoota miseens…
Fooramiin Magaalota Afrikaa boru Finfinneetti gaggeeffamuu eegala
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Fooramiin Magaalota Afrikaa jalqabaaf boruu Finfinneetti gaggeeffamuu eegala.
Fooramichi mata duree “Misoomaa Magaalotaa Waaraa Ajandaa Ce’umsaa Afrikaa…
Ayyaana sababeeffachuun Shaggaritti baazaarii fi agarsiisni daldalaa bakkoota 6’tti banaman
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Magaalaa Shaggaritti ayyaana waggaa sababeeffachuun baazaarii fi agarsiisni daldalaa bu’aalee qonnaa fi industirii baname.
Sirna eegalchiisaa…
Dabtarri Herregaa Daandii Qilleensichaa Damee Asmaraa cufamuun balalii addan kutuuf sababa jedhame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Dabtarri herregaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Damee Asmaraa guutummatti ugguramuun balalii garasitti taasifamu dhaabuuf sababa tokko ta’uu daandichi…